Ahmedin Koo ኣህመድን ኮ

Ahmedin Koo ኣህመድን ኮ Kaleessi darbeera irraa baradhu
har'a kee hin qisaasinii itti fayyadami
Boruu keef karoorfadhu

Iraan fi Israa'el gidduutti guutummaan guutuutti dhukaasa dhaabuun sa'aatiiwwan itti aanan keessa hojiirra oola - Pirezi...
24/06/2025

Iraan fi Israa'el gidduutti guutummaan guutuutti dhukaasa dhaabuun sa'aatiiwwan itti aanan keessa hojiirra oola - Pirezidaant US Doonaald Tiraamp
*******************

Iraan fi Israa'el gidduutti guutummaan guutuutti dhukaasa dhaabuun sa'aatiiwwan itti aanan keessa hojiirra oola jedhan Pirezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp.

Iraan ammoo yoo Israa'el kan dhaabdu ta'e isheenis haleellaa akka dhaabdu himteetti.

Israa'el garuu hanga ammaatti yaada hin kennine jedhameera.

Yaanni dhukaasa dhaabuu dhihaate jalqabuudhaan yeroo muraasa dura, Iraan misaa'elii akka haaraatti gara biyyasheetti dhukaasuun namoota sadii jalaa ajjeesuu Israa'el himteetti.

Iraan keessatti ammoo, miidiyaaleen mootummaa haleellaa milkaahaa Iraan buufata humna waraanaa Ameerikaa, Qaataar fi Iraaq keessa jirurratti raawwachuu hordofee, Israa'el dhukaasa dhaabuu akka fudhattu dirqamni irra kaawwame jechuudhaan gabaasaa jiru.

Tiraamp miidiyaa hawaasaa isaanii “Turth Social” irratti, akka sa'aatii Ameerikaatti halkan keessaa tilmaamaan sa'a 6 booda ture, Iraan fi Israa'el gidduutti dhukaasni akka dhaabbatu kan beeksisan.

Gabaasni kan CNN, Reewutarsii fi BBCti

QATAR 🇶🇦    🤛🙏
23/06/2025

QATAR 🇶🇦 🤛🙏

23/06/2025
23/06/2025
20/06/2025

MABRUK

Address

Dire Dawa

Telephone

+251913498651

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ahmedin Koo ኣህመድን ኮ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share