ABDII SHOW

ABDII SHOW Namni abdii qabu
Hamileen isaa hin cabu
Bakka yaadee gahu gonkumaa hin dadhabu! Anii rabbiiratii irkaadheen fuula duraa deemaa.

12/03/2025

Yaa rabbii warraa milka'uu nuu godhi

As wr wb Kitaaboota aduunyaa tana irraa jiraan keeysaa kitaabnii dogoggoora tokkoo hin qabne, maxxaansa (version) addaa ...
02/02/2025

As wr wb
Kitaaboota aduunyaa tana irraa jiraan keeysaa kitaabnii dogoggoora tokkoo hin qabne, maxxaansa (version) addaa addaa kan hin qabne, kan jechooni keeysaa jiru gonkumaa hin jijjiiraamiin akkaasumaa akkumaa jalqabaa gafaa dhufe irraa hin jijjiiraamiin jecha rabbii qabatee aduunyaa irraa jiru quraanaa amantaa isilaamaa qofa.

Alahamdulilahii rabbiil aalamiin!

07/01/2025

Steps of success
1.knowing your creator
2.having clear, correct vision and mission
3.start
4.continue
5.fail
6.continue
7.successfull

01/12/2024

۞ ٱللَّهُ ٱلَّذِى خَلَقَكُم مِّن ضَعْفٍۢ ثُمَّ جَعَلَ مِنۢ بَعْدِ ضَعْفٍۢ قُوَّةًۭ ثُمَّ جَعَلَ مِنۢ بَعْدِ قُوَّةٍۢ ضَعْفًۭا وَشَيْبَةًۭ ۚ يَخْلُقُ مَا يَشَآءُ ۖ وَهُوَ ٱلْعَلِيمُ ٱلْقَدِيرُ

27/11/2024

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama! Oromoon Tokko, Bajiga Bedada, Seena Wallaaggaa, Takkiittii Oro, Edaso Kurse, Kadir Jihaad, Fayiso Gobe, Tofik Zenu, Adam WAloo, Boonsaa Abdii, Korma Libani, Medi YaCaffa Lijii

Namni iddoo tana beekee badhasaa qaba!  olaanoo
23/11/2024

Namni iddoo tana beekee badhasaa qaba!
olaanoo

23/11/2024

Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu ​​natti dhaga'ama! Fekere Melese, Mk N Deresa, Falmatadinaa Wewe Salaam, Jaboo Mucaa Alakuu, Gutama Shubbaa, Worki Ki, Muraad Abdussamad, Jirraa Jirraa, Gadaa Melbaa, Jamal Usmail, Oromian Biiyya Kooti, Huseen Hasan, Tariku Elfeta, Musaa Shaam Adam, Badhasa Abdalla, Jamal Aliyi, Gaadochisaa Diinaa, Fituma Hunduma, Obsii Ni Dartii Jamaal

08/11/2024

Rabbiin dhabamara nama sii godhe
Fayyaa sii godhe
Risqii siif kennee
Balaa fi rakkoo hundaa sirraa qabe

Anuma qofa gabbaarii akhiiraatiis jannaatul firdoowsii n sii badhaasa nuun jedhe.
Garuu nuuti akaamiiti hojeechu dadhabnee?
Wly rabbiin keenya rahamaanii rahiim!

27/10/2024

"Tarii waan siif gaarii ta'e jibbitee waan siif hamaa ta'e jaallatta ta'a". Rabbiin ni beeka garuu nutii hin beeknu waan nuu fayyaadu.

Rabbiin hundaa keeysaan haa milkeeysuu.

24/10/2024

Suuraa Ghaafir, aayata 60

Rabbiin n kee “Na waama, ani siif deebisa...” jedhee labsee jira.

Rabbii qofa waamadhu wanuma hundaa keessaatii!

Address

Dire Dawa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ABDII SHOW posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share