Harargee File

Harargee File Patience, friendliness, and professionalism all in one! Excellent
(4)

Waajjira Fayyaa Aanaa Baddannoo 📍Guyyaa 1/1/2019_____________________________Innisheetivii Istandardii Fooyya'insa Dhaab...
11/09/2026

Waajjira Fayyaa Aanaa Baddannoo
📍Guyyaa 1/1/2019
_____________________________
Innisheetivii Istandardii Fooyya'insa Dhaabilee Fayyaa Hojiira Oolchuun Kenna Tajaajila fayyaa Fooyyeessuun Badhaadhina Fayyaa Maatii Mirkaneessuuf Xiyyeeffannoon Hojjetama jira.
Guyyaa Har'aa Boordiin Gabaasa Hojii 2018 fi Karoora Ofdanda'u irratti erga marii taasisani booda hojii hojjatamaa ture daawwannaa taasisuun hojiileen gaariin hojjatamaa jajjsbeessaniiru.

10/09/2026

BAGA BARA HAARAYA 2019 NAGAYAAN GEESSAN!!! 🌼 🌼

Barri kun kan nagayaa, kan milkii fi kan gammachuu isiniif haa tahu!! 🌼 🌼 🌼

Buufata Fayyaa Tortora Qallaa

Baga Bara Haaraya 2019 Nagaan Geessan!HAPPY NEW YEAR 🎊
10/09/2026

Baga Bara Haaraya 2019 Nagaan Geessan!

HAPPY NEW YEAR 🎊

08/09/2026
06/09/2026
15/08/2026
14/08/2026

Address

Dire Dawa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Harargee File posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share