Hunde Kedir

Hunde Kedir This is my new Official page. Please follow me!🥰🙏

19/11/2025

I got over 2,000 reactions on my posts last week! Thanks everyone for your support! 🎉

Namoota brace godhatan ykn ammoo ilkaan warqee naqatanii qaban....🤣
19/11/2025

Namoota brace godhatan ykn ammoo ilkaan warqee naqatanii qaban....🤣

24/07/2025

🤸

19/07/2025

Poolisoonni mana koo dhufanii balbala koo dhadhawanii

Poolisoota......... "Bani"
Ana................... Eenyu isin?
Poolisoota........ "nu'i poolisiidha"
Ana.................. maalif bana?
Poolisoota...... " si haasofsiisufi"
Ana......... nama meeqa isin?
Poolosoota... "nama 2"
Ana......... wolumaan haasa'aa kaa erga nama 2 taatanii

Jiruun tun gara hamaatti nuun deemaa jirti, dafnee Haa maraannuu nan didinaa!!

19/07/2025

Dhaloota hin dhalatiniif🙏🙏

Share godhaatii biraan nuuf gahaa🙏🙏.
Kabajamtootaa fi jaallatamtoota dhaloota amma dura carraa dhalatuu dhabuu argattanii hin dhalatin,
isin durumayyuu carraan keessan bareedadha, qaama akka hin dhalanneef isin gargaaraa turan kanneen akka koondomii, diippoo, implant, fa'aaf galata galchuu hin dagatinaa🙏🙏
Yoo tasa isaan kunniinis isin gananii kan dhalattan ta'emmoo Africa waan jedhamu keessatti hin dhalatinaa!! Europe fi America filadhaa dhaladhaa.

Akkanatti jirra!!
18/07/2025

Akkanatti jirra!!

Address

Dire Dawa
0000

Telephone

+251923951233

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hunde Kedir posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Hunde Kedir:

Share