MAMME PAGE

Call

MAMME PAGE Dhugaan Moo'ataadha.

  Aleeyhi Wasallam
28/05/2026

Aleeyhi Wasallam

28/05/2026
Dhibbantaa 80 ol galtee biyya keessaa kan fayyadamu warshaan Seeraamikii Giraander eebbifame +++++++++++++++ Qaama imala...
23/05/2026

Dhibbantaa 80 ol galtee biyya keessaa kan fayyadamu warshaan Seeraamikii Giraander eebbifame
+++++++++++++++

Qaama imala misooma omisha industiriifi sochii “Itoophiyaan haa omishtuuf” agarsiistuu guddaa ta'uu Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad ibsan.

Ministirri Muummee warshaa seeraamikii Giraander Mojootti ijaarame eebbisuun hojii jalqabsiisaniiru.

Barreeffama toora miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka ibsanitti ijaarsa warshaalee faayidaa biyyaalessaa olaanaa qaban investimantoita idilaaddunyaa hawwachuuf guutuu biyyattiitti cimee kan itti fufu ta'uu kan qabatamaan mirkaneessuudha jedhan.

Warshichi omishaalee seeraamikii ulaagaa qulqullinaafi dorgomtummaa sadarkaa idiladdunyaa guutan kan omishu yoo ta’u, meeshaalee dheedhii omisha kanaaf barbaachisan keessaa %80 ol dandeettii biyya keessaarraa argata.

Milkaa’inni kun dandeettii Itoophiyaan qabeenya uumamaafi kennaa kuufamaa qabdu fayyadamuun ijaaruu qofa otoo hintaane, hirkattummaa omishaalee biyya alaatii galfamanirratti qabnu haalaan hir’isa.

21/05/2026

Ergamaa Rabbii Nabi Muhammadﷺ. Irratti Salawaata Buusuu Haa Baay'isnu❣️

21/05/2026

Juma'aa Ergama Rabbi Nabi_Muhammadﷺirraati Salawata Buusu Heddumeesaa❣️

Qormaatni Naannoo Kutaa 6ffaafi 8ffaa  Qabiyyeen Barnootaa  Keessaa Qophaa'e Beekameera. ----------------BBO- Caamsaa 13...
21/05/2026

Qormaatni Naannoo Kutaa 6ffaafi 8ffaa Qabiyyeen Barnootaa Keessaa Qophaa'e Beekameera.
----------------
BBO- Caamsaa 13/2018 Qormaatni Naannoo Kutaa 6ffaa qabiyyee barnootaa gosoota barnootaa kutaa 6ffaa keessaa qofa kan qophaa'e yoo ta'u, kan kutaa 8ffaa immoo qabiyyee barnootaa gosoota barnootaa kutaa 7ffaafi 8ffaa keessaa kan qophaa'e ta'uun beekameera.

Walumaagalatti, qormaatni kutaa 6ffaa Waxabajjii 8-9/2018 yoo, kutaa 8ffaa immoo Waxabajjii 11-12/2018 ta'uu hubachuun;
-Barattootni guyyoota muraasa hafan kanarratti hundaa'uun qo'annaa keessaniif xiyyeeffannoo akka kennitan,
- Barsiisotnis deeggarsa barattootaaf taasisaa turtaniif galata qabdu jechaa, deeggarsi keessan hanga xumuraatti daran cimee akka itti fufu yaboo jenneerra.
- Maatiin barattootaas ijoollee keessan haala mijeessuufi jajjabeessun cinaa akka dhaabbattan dhaamsa keenya ta'a.

Dhumarrratti, walduraa duuban maxxansineerra.

Guyyaa  #28 kessatti  jalaala natti agarsiiftaniif Hundi keessanuu Galatooma
21/05/2026

Guyyaa #28 kessatti jalaala natti agarsiiftaniif Hundi keessanuu Galatooma

Address

Dire Dawa

Telephone

+251948619094

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when MAMME PAGE posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share