
09/08/2025
Wamichaa keetif galatoomi🙏
Ilmaan oromoo fi horfoftoota kheenya hundaaf waraqaa waamichaa Abde show irraa amata 4 ol instagram fi youtube irratti sagantaalee garagaraa qopheessuun kheenya niyaadattan, amma sagantaalee san hunda gara tiktok live jijjiiruu waan barbaanneef yeroo jalqabaatiif live gaafa August 9 guyyaa sabtii galgala akka ethiopia sa’aa 4 irratti bakka keessummoonni garagaraa argamanitti sagantaa teenya nijalqabna koottaa nuwaliin qooddadhaa, sagantaa bareedduu tana galatoomaa.,,Abde show