Gola Islaamaa-የእስላም ጓዳ

Gola Islaamaa-የእስላም ጓዳ Seenaa Islaamaa fi Muslimootaa- Galmee Seenaa irraa

Birkiye ye Muslim lij
20/10/2024

Birkiye ye Muslim lij

Muslims' dream
19/10/2024

Muslims' dream

Eebjuu Muslimootaa
19/10/2024

Eebjuu Muslimootaa

28/09/2024

Kan Sitti Iyyate Yoom takkaa Hoongaye
Alhamdulillaah Yaa Mootii olta'e
Munashid Abdurrahmaan Yaboo

Hayyuun Islaamaa Dr Zaakir Naayik, Ilma isaanii Faariq Naayik Waliin Yaamicha Mootummaan Paakistaan Isaaniif Godhe Awwaa...
27/09/2024

Hayyuun Islaamaa Dr Zaakir Naayik, Ilma isaanii Faariq Naayik Waliin Yaamicha Mootummaan Paakistaan Isaaniif Godhe Awwaachuun Garas Deemuuf Qophaayuu Isaanii Himan

26/09/2024

Munashida qaxalee Abdurrahmaan Yaboo
"Jiruun Duniyaa Tun Daguudha "

Elizabeet keet bara 1865-1900tti kan jiraatte, dubartii yeroo jalqabaatiif magaalaa Livarpuul(Liverpool) keessatti amant...
07/11/2022

Elizabeet keet bara 1865-1900tti kan jiraatte, dubartii yeroo jalqabaatiif magaalaa Livarpuul(Liverpool) keessatti amantaa Islaamaa fudhatte yoo taatu, maqaa Faaximaa jedhamuun beekamti ture.

Liverpool keessatti warroonni yeroo jalqabaa Islaamawan rakkina hawaasa isaanii irraa isaan mudatutti qabsaawuun dirqama isaan irratti ture. Faaximaan haati masjida jalqabaa, handhuura qabsoo kanaa turte. Maatiin ishii, keessumaawuu, haati ishii amantaa Islaamummaa fudhachuu ishiitiin walqabatee ijaa fi bifa diinummaatiin keessummeessite. Haati Faaximaa Elizaabeet, Qur'aana dubbisuu ishiitiin intala ishee komataa fi balaaleffataa turte. Garuu Faaximaan qur'aana qara'uu fi amanticha jabeessuun abbaa warraa isheetii fi obboleettii quxisuu ishee akka islaamawaniif qarqaaruun islaamummaa seensifte.

Magaalattii keessatti muslimoonni jalqabaa daree mana farshoo fi waan adda addaa irraa fagaate gamoo gubbatti kireeffachuun yeroo sagadaa turanitti, yeroo isaan masjidicha seenanii fi bayan warroonni gamoon isaanii gubbaa masjidichaa galan ilaaluun balfa isaan irratti darbaa turan.

Inni armaan gadii kun walaloo salaataa Faaximaan barreessite, bara 1980tti maxxanfame.

A Muslimah's Prayer

Beset by numerous foes,
Concealed along the way,
We must those enemies oppose,
And ever work and pray.

They watch but to devour,
Like ravening beasts of prey,
If we in an unguarded hour,
But cease to work and pray.

Then may we ever heed,
The warning God has given,
That so we may in safety tread
The road that leads to Heaven.

Fatima E. Cates

The final stanza now marks the headstone for her unmarked grave, which was fundraised for and arranged by Amirah Scarisbrick (part of this SG).
Onk, 28 2015 Gola Islaamaa-የእስላም ጓዳ

03/11/2022
Sirni gaggeessaa obbo Abbaa Maccaa Abbaa Gibee Aggaarootti gaggeeffameHaarun Miidiyaa: Onkoloolessa 21/2015Sirni qabaraa...
31/10/2022

Sirni gaggeessaa obbo Abbaa Maccaa Abbaa Gibee Aggaarootti gaggeeffame

Haarun Miidiyaa: Onkoloolessa 21/2015
Sirni qabaraa abbaa ustaaz Raayyaa, obbo Abbaa Maccaa Abbaa Gibee har'a magaalaa Aggaarootti raawwateera.

Sirnicha irratti perezdaantii mana maree dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Sheek Hajjii Ibraahim Tufaa, perezdaantii majlisa naannoo Oromiyaa Sheek Jamaal Muusaa Jiloofi Dr Jeylaan Kadir dabalatee hooggantoonni dhaabbilee Islaamaa, mashaa'ikkan, ustaazonni, keessummoonni kutaalee biyyattii garaa garaa irraa dhufan akkasumas hawaasni magaalaa Aggaaroofi naannawaa isii hedduun argamaniiru.

ኢትዮጲያዊያን ሙስሊሞች ሸይኽ ሐጅ ኢብራሂምን የመጅሊስ ዋና ፕሬዝደንት በማድረግ ሰየሙ።▬▬▬▬▬▬▬▬▬●●▬▬▬▬▬▬▬▬▬©Mujib Aminoየኢትዮጲያ ሙስሊሞች የተቋማዊ ለውጥ እና አንድነት 2...
18/07/2022

ኢትዮጲያዊያን ሙስሊሞች ሸይኽ ሐጅ ኢብራሂምን የመጅሊስ ዋና ፕሬዝደንት በማድረግ ሰየሙ።
▬▬▬▬▬▬▬▬▬●●▬▬▬▬▬▬▬▬▬
©Mujib Amino

የኢትዮጲያ ሙስሊሞች የተቋማዊ ለውጥ እና አንድነት 2ኛ ዙር አገር አቀፍ ጉባዔ በዛሬው እለት የሁሉንም ክልሎች የሕዝብ ተወካዮች፣ ሙህራን፣ ዑለሞችና ዳዒዎች፣ የመንግስት ታዛቢዎችና ከፍተኛ የስራ ኃላፊዎች፤...ሌሎችም የሚመለከታቸው አካላት በተገኙበት
የኢትዮጲያ እስልምና ጉዳዮች ጠቅላይ ምክር ቤት አመራሮችን መርጠዋል።

የኢትዮጲያ እስልምና ጉዳዮች ጠቅላይ ምክር ቤት አመራሮችን የሰየመው የኢትዮጲያ ሙስሊሞች የተቋማዊ ለውጥ እና አንድነት 2ኛ ዙር አገር አቀፍ ጉባዔ በዋና ፕሬዝደንትነት ሕዝባችን በአክብሮት፣ በፍቅር፣ በስስት... የሚያየቸውን ሸይኽ ሐጅ ኢብራሂም ቱፉን ሲሆን ስራ አስፈፃሚና ጉባዔተኛው በሙሉ ድምጽ አጽድቋል።

የመጅሊሱ ምክትል ፕሬዝደንትም ሸይኽ ዓብዱልከሪም ሸይኽ በድሩዲን ሸይኽ ሙሐመድ ሱሩር በአያታቸውና በአባታቸው የሀድራና የዒልም ማዕከል (ዕውቀት) ከተግባር (ከዓመል) ጋር የቀሰሙና ፍቅርን (ሙሀባን) የሚሰብኩ ጥላቻን የሚጠየፋ ታላቅ ሸይኽ ናቸው። በደብብ ክልል የእስልምና ጉዳዮች ከፍተኛ ም/ቤት ፕሬዝዳንትም ሲያለግሉ ቆይተዋል።

በመጅሊሱ መዋቅር መሰረት ጠቅላይ ምክር ቤቱ ሁለት ምክትል ፕሬዝደንቶች የሚኖሩት ሲሆን የሶማሌው ተወካይ የሆኑት ሸይኽ ዐብዱልዐዚዝ ሼህ ዐብዱል ወሌ ሙሐመድ ናቸው።

ሸይኽ ዐብዱልዐዚዝ ሼህ ዐብዱል ወሌ ሙሐመድሸህ ዐብዱልዐዚዝ ክቡር ጠቅላይ ሚኒስቴር ዶ/ር አብይ አህመድን ያመጣው የለውጡ መንግስትን ተከትሎ በተካሄደው የመጅሊስ ያመራር ለውጥ በመጅሊሱ አመራርነት ወደ ፊት ከመጡት ታላላቅ ሰዎች አንዱ የነበሩና
ወደ መጅሊስ ከመጡም በኋላ ሀቅ ላይ ቆመው በብቃት ላይ የተመሰረተ ጠንካራ የመጅሊስ ተቋም እንዲፈጠር ከለፉት አመራሮች ከዋናዎቹ ናቸው።

ባለፉት አመታት በአዲስ አበባ መጅሊስ በዋና ፃሀፊነት ሲያገለግሉ የቆዩትና በሕባችን ዘንድ ከፍተኛ አክብሮትና ምስጋና የተቸራችው፤ በዳዕዋውም ዘርፍ አንቱታን ያተረፉት ኡስታዝ ሐሚድ ሙሳ የኢትዮጲያ እስልምና ጉዳዮች ጠቅላይ ምክር ቤት ዋና ፀሐፊ በመሆን ተሰይመዋል።

የኢትዮጲያ ሙስሊሞች የተቋማዊ ለውጥ እና አንድነት 2ኛ ዙር አገር አቀፍ ጉባዔ በሠላም እንዲጠነቀቅ መንግስት ላደረገዉ እጅግ አኩሪ ተግባር ምስጋናችንን እናቀርባለን። የፀጥታ አካላትም ፕሮግራሙንም በማሳለጥ ረገድ ላደረጋችሁት አስተዋፅኦ ምስጋናችን ይድረሳችሁ።

አሏሁ አክበር! አሏሁ አክበር!

Address

Dire Dawa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gola Islaamaa-የእስላም ጓዳ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Gola Islaamaa-የእስላም ጓዳ:

Share