Rahma Rahma1

Rahma Rahma1 ✅💙️BEEKKUMSII FI JAALALLI💙✅️
✅️💙DAGALEE JIRUUTI. 💙✅️

Ilaan Abdi Husseen
31/10/2024

Ilaan Abdi Husseen

👋HAADHA MANAA👋
👉Akkana jedha, dubartiin haadha manaa koo naaf taatu,naaf barbaadaa,jedha

ULAAGAA ISAA ISIIF QABU
‼️Jaalala dhugaa isiif kannuu
‼️Dabree dubara janajjanuu dhabuu
‼️Hamma jiru isii waliin dabarsuu.
👉HUBACHIISA:inni umrii 25 dha 👈
ULAAGAA ISHEE ISAAF QABDU
💯Qabeenya qabaachuu
💯Nama dhugaa ta'uu
🤍Onnee qulqulluu.
👉HUBACHIISA:isheen umrii 18-40 ta'uu 👈
📞0715986532
📞0715986532

👋HAADHA MANAA👋👉Akkana jedha, dubartiin haadha manaa koo naaf taatu,naaf barbaadaa,jedha         ULAAGAA ISAA ISIIF QABU ...
31/10/2024

👋HAADHA MANAA👋
👉Akkana jedha, dubartiin haadha manaa koo naaf taatu,naaf barbaadaa,jedha

ULAAGAA ISAA ISIIF QABU
‼️Jaalala dhugaa isiif kannuu
‼️Dabree dubara janajjanuu dhabuu
‼️Hamma jiru isii waliin dabarsuu.
👉HUBACHIISA:inni umrii 25 dha 👈
ULAAGAA ISHEE ISAAF QABDU
💯Qabeenya qabaachuu
💯Nama dhugaa ta'uu
🤍Onnee qulqulluu.
👉HUBACHIISA:isheen umrii 18-40 ta'uu 👈
📞0715986532
📞0715986532

30/10/2024

🙏OBSAAN DUBBISI 🙏
👉Yeroo darbe mootin biyya" kisraa"doctor biyya afurii iraaq,rooma, hindii fi sowdaan walitti waamee akkas jedheen, qoricha (dawaa) yoo isa fayyadamte dhibeen tokko qaama kee argachuu hin dandenye naaf himaa jedheen.

"isaanis himaniif"

1️⃣🚹iraaq:Barii, ganama cufa bishaan buwaawa liqimsaa sadi dhuguudha jedheen.

2️⃣🚹room:Guyyaa cufa shifuu (arrashaad) tumtee sipatuu(akka sukkaraa) afaanitti naqachuu dha jedheen

3️⃣🚹hindi:Guyyaa cufa keessatti firii baddannoo irraa firii sadi nyaachu dha jedheen.

‼️‼️‼️MURAANNI KOO KANA‼️‼️‼️
4️⃣🚮sowdan:Akkana jedhe, yaa mootii, bishaan oowwan moora ^kalee^ namaa ti baysa, garaa laaffisa, firiin shifuu hadhooftu daalattii( dhukkuba shinbirroo) namatti fida, firiin baddannoo hadhooftu gurraatti namatti fida,jedheen.

Mootinis akkas jedheen, duuba ati maal jetta ?

✅️Sowdan:Qorichi yoo isa fayyadamte,dhibeen tokko qaama kee arkachuu hin dandeenye,💯👉Nyaata nyaachuu dhabuu dha beeloftee malee, yeroo nyaatte yeroon dhiisuu quufun malee👈,yeroo kana hojjatte dhibee du'aa malee dhibee tokko hin himattu, jedheen.
‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️
Sowdaan:Yeroo fayyaa of eegutu caala,dukkubsattee qoricha dhuguu irra.
Mootinis isaan hunda dhugaa dha moo soba jechi sowdaan kun jedheen, hundi isaanii dhugaa dha jedhaniin.

‼️‼️‼️‼️🚻🚻🚻🚻🚻‼️‼️‼️‼️🚻🚻🚻🚻Nuti hoo akkamitti jirra of haa laalluu.

Kana hunda dubbachuun koo faayidaa dha jedheetuma, yoo sitti tole ta'e Like godhi account kanas # follow godhi,
Share Share Share Share godhi.
🤍🤍🤍🤍🤍🤍🤍🤍🤍🤍🤍🤍🤍🤍🤍🤍🤍 HAMMA WALITTI DEEBINUU NAGAYATTI

👋👋👋👋👋👋👋👋👋👋👋👋👋👋👋👋👋MADDI BARREEFAMA KANAA "TASHIIL" FUULA 10-11 IRRAAHI, GAARUMMAA DHA.

tiktok.com/✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️Link kana cuqaasun kottaa baradhaa, seenaa.
11/10/2024

tiktok.com/
✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️
Link kana cuqaasun kottaa baradhaa, seenaa.

11/10/2024

FULA DURA KEE TOLCHUUF
HAR'A YAADI GAARII

🙏Click this link Follow✅️ Like💘Share👋 & Subscribe to encourage each other‼️‼️‼️ 🙏Link kana cuqaasun Follow✅️ Like💘Share👋...
09/10/2024

🙏Click this link
Follow✅️ Like💘Share👋 & Subscribe to encourage each other‼️‼️‼️
🙏Link kana cuqaasun
Follow✅️ Like💘Share👋 Gochuu fi Subscribe wal haa jajjabeessinu‼️‼️‼️

http://tiktok.com/
✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️
https://www.youtube.com/

60 Followers, 0 Following, 431 Likes - Watch awesome short videos created by H 💰 A

Address

Dire Dawa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Rahma Rahma1 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category