Ebsa 9

Ebsa 9 Ibsa

10/03/2025

Ramadaanni bahuuf Guyyaa 20 Qofaatu nuuf hafe!
Warra keessa milkaawu Rabbiin nu haa godhu!

Arga ija kiyyaa Guyyaa Tokko Shabaaba Joollee keenyatti Roorrisu Hedduu Bakka takkatti Qabee Gorsaa Ture Miskiinni Maal ...
09/03/2025

Arga ija kiyyaa Guyyaa Tokko Shabaaba Joollee keenyatti Roorrisu Hedduu Bakka takkatti Qabee Gorsaa Ture Miskiinni Maal isin Godhe Je’ee 😭

Waallahi Baqaatan Reefuu Abbaa Gaarii dhabe 😭💔

Akka namninHundi Si jaalatetti Rabbii fi Maleyikaan Rabbii si haa jaalattu 🤲

Sooreeysaa fi amala qabeessi Yaadataa Juneeydii kan gibiraa fii gidiraas hinsodaanne kunoo hoteela sadarkaa isaa eeggate...
20/02/2025

Sooreeysaa fi amala qabeessi Yaadataa Juneeydii kan gibiraa fii gidiraas hinsodaanne kunoo hoteela sadarkaa isaa eeggateen isiniif dhufaa jira. Hojjatan akkuma isaati. Sabaaf dirmmataniis akkuma isaati. Keep it up Adeeroo.

31/01/2025

Nitiin teeti dhugaadha,

Gaafa asgubbaa fiddee immoo
Nitii tiyya waan jedhu sammuu kee keessaa balleessi.

11/01/2025

!
Warra Oromoo Gosaa fi jilbaan Adda Baasee Group Messenger ijaaree Guyyaa keessa Gosa isiin barsiifna jedhu kamu Block ofiirraa Godhaa,
Hidda Latinsa Hortee Oromoo Yoo Baruu Barbaaddan Kiitaaboota seenaa Hayyoota Bebbeekamoon Baraahe irraa Baradhaa, kan San irraa Hafee Hidda latinsa Qaccee sanyii ofii Namni hin beeyne hin jiru , Garuu Guyyaa keessa seenaa Dogogoraa Haawasa adda cirtu, shakki Hawasatti fiddu Summii Akkasi Dura dhabbachu qabdu. Enyuummaan Guyyaa keessa baran ykn Barsiisaan hin jiru warra Ergama Diigamiinsaa qabate malee,
Oromoon Takkiittiidha
Booranaa fi Bareentoo ilmaan isaati.... Akkasumatti Tartiibaan seenaa keessan Baradhaa
Gareen Akkasi Qoodiinsa Guddaa fiddi, oromoo jilbaa fi jilbaa gadiitti adda diiydi, Dhukkuba akkasiitu Amma Rakkoo fidaa jira, Gosee Gola keessaa didaa Ergama qabdii

'Namni tokko waan guddaa tokko hojjetee darbuuf uumame jedheen amana'Haasaa dadammaqsu kenneen 'miliyeenara kan ta’an to...
04/12/2024

'Namni tokko waan guddaa tokko hojjetee darbuuf uumame jedheen amana'
Haasaa dadammaqsu kenneen 'miliyeenara kan ta’an tokkoo lamaa miti’ jedhu Aadde Su’aad Muktaar.
Muuxannoo isaanii waggaa kudhanii olii asii

Abbaa Caalii.. Bifa Waaqaa, gurraachichaaIlma qabdaa, hallaallicha? Beekaa ilmaa gameesicha,Imaanaa kee sassabdichaTikse...
30/11/2024

Abbaa Caalii..
Bifa Waaqaa, gurraachichaa
Ilma qabdaa, hallaallicha?
Beekaa ilmaa gameesicha,
Imaanaa kee sassabdicha
Tiksee malkaa, Booranticha
Guddaa ilmaa, akka Baatuu
Akka Walal kan muldhatu
Boonaa ilmaa akkaa Cilaaloo
Guboo cimeessa akka Walloo
Bookkisa akka Arfan Qalloo
Ilma qabdaa adaraa maaloo?
~
Yee Abbaa Caalii….
Hinrafta moo na dhageessaa?
Adunyaan kuni….sitti afarsaa
Siif weeddisaa
Si urursaa
Si saada, si jabeessaa
Si lasheesse si laaffisaa

Abbaa caalii yaa qaxalee,
Duukkanni kee maaf dheeratee akka malee?!

© Dr. Zalaalam Abarraa

29/11/2024

👉Wantoota Maallaqni Bituu Hin Dandeenye:
1. Jaalala (Love) 2.Nageenya (Peace)
3 Fayyaa (Health)
4 Haqa (Justices)

29/11/2024

Gaggeessaan ofitti amanamummaa hin qabne namoota jajjaboo kolaasuu malee gahoomsuu hin barbaadu 🤔

23/11/2024
23/11/2024

Ani kan na dhibee shanee calaa kan ilmaan oromoo qalee fi Abbidaan gubee hin jiru guyyaa sana maaf akkanatti hiriraa hin banee?

23/11/2024

Akka hin taane taane jabaatan
Malee hin kabajamanii
Kotteduudaaf kabajni
hin Malu

Address

Dire Dawa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ebsa 9 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share