DI-Media

DI-Media Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from DI-Media, Dire Dawa.

🎯This page is for: ➡️Da'wa➡️Advertisement
➡️Education
➡️Information
➡️We will provide you with all our History
➡️Podcasts and content related to Islam and our community by Allah's will. ➡️ Follow us on ➡️Contact us 0963666759

13/04/2026

Falmii Ahbaash wajjiin

🛑Oduu Gaddaa ( Namoota 10 ol lubbuun darban )😭INNAA LILLAAHI  WA INNAA ILEYHII RAAJI’UUNBalaa Tiraafikaa Aanaa Gooroo Gu...
13/04/2026

🛑Oduu Gaddaa ( Namoota 10 ol lubbuun darban )😭

INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHII RAAJI’UUN
Balaa Tiraafikaa Aanaa Gooroo Guutuu Magaalaa Baroodaatti mudateen lubbuun namoota 10 ol darbee jira

Godina Harargee Bahaa Aanaa Gooroo Guutuu Magaalaa Baroodaatti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 10 ol darbe.

Balichaan hanga ammaa lubbuun namoota 10 ol yoo darbuu namoota baay'ee irra miidhaan cimaa fi salphaan qaqqabee Jira.

Ummannii Barsiisaa warra lubbuun hafan gara hospitaaloota jiddu jalaa calanqoo fi Harar hopitaala Hiwot Faana waan geeffamaa jiraniif yaala akka argatan irratti nu gargaaraa jecha jira hawaasni magaalaa baroodaa

|Wallaggaa fi islaamummaa| |  godhaa Jibbitoota islaamaa biraan gahaa|DI-Media |April 11|2025||ummanni wallaggaa guyyaa ...
11/04/2026

|Wallaggaa fi islaamummaa|
|
godhaa Jibbitoota islaamaa biraan gahaa|

DI-Media |April 11|2025||

ummanni wallaggaa guyyaa arraa simannaa seena qabeessa ulamaa’otaa fi du'aatota gurguddoo jiddu galeessa biyyaarraa dhaqaniif simannaa dinqisiisaa taasise.

Oromiyaa keessaa kutaan wallaggaa kutaa islaamummaa yaroo dheeraa booda jaarraa 19 fi 20ffaa keessa akka seene seenaaleen kan ibsan yommuu tahu, garuu Aarsaa fi lallaba da'awaa, Cimina ulamaa’ota, du'aatota achi keessaa bahanii fi kan ummata harargee achi qubataniin taasifamuun amantiin islaamaa haqa tahuu eega baranii ummanni oromoo wallaggaa kan duraan kiristaanaa fi waaqeeffataa turan hedduun gara Islaamummaatti seenuudhaan islaamummaan saffisaan wallagga keessatti akka dagaagaa jirtuu fi ummanni amantii haqaatti deebi'aa jiraachuu ragaalee fi qorannoon agarsiisan hedduun bahaa jiran, san keessaa simannaan arra ulamaa’otaaf taasifame kun ragaa jabaa akka tahe agarree jirra.

Dilli ummata kan xawaafa hajjii fakkaatu Kun muslimoota wallaggaa kan muhaadaraa guddaa guyyaa boruu taasifamuuf qophaa'aa jiranii fi simannaa Du'aatotaa fi ulamaa’otaatiif bahaniidha.

Sagantaa boruu kana irratti argamuuf du'aatonni gurguddoon biyyattii hedduun wallagga seenanii kan jala bultiirra jiran yoo tahu isaan keessaa: Ustaaz Ibsaa Hassan
( Qilleensi Nasrii Bubbise Page ) fi Ustaaz Raayyaa Abbaamacca faa dabalatee beeytonni hedduun amma galgala kana wallagga seenanii bifa simannaa Warri madiinaa Nabiyyii(S.A.W) keenyaaf taasisan nama yaadachiisuun ummata muslimaa wallaggaa kan kumaan lakkaa'amaniin simatamanii jiran.

golaa golobee hunda seenuuf jiraata.
wajjiin fuuldurri biyya keenyaa Ifaa fi dagaagina.

godhaa diinatti agarsiisaa.!

16/03/2026

Nashiidaa ilaahii koo😭😭
godhaa mee
by Tafakkur Africa TA
Link YouTube comment jala jira👇

03/03/2026

Jaartii dirqiin godhuun akkami soomana keessa?

28/02/2026

Helefii nu geeyse

amerkaan ir@ kaniin sodaadheef Niikulara isii qofa osoo hin taane meeshaan waraanaa kan biraa isiin hidhattee jirtuus na sodaachisee jira,
kanaafiin hegeree kiyyaaf sodaadhee gizeen firraa lafatti qabuu barbaade jachuun ibsitee jirti.
gara biraatiin akka helefiin nu geeysetti Imbaasiin Amerkaa kan Israa’el jiru hojjattoonni isii Isroo keessaa akka bahan ajaja dabarsee

Imbaasiin Ameerikaa Israa'el hojjettoonnisaa Israa'el keessaa akka bahan ajaje.
282026 ||
DI-Media ||Odeeyfannoo addunyaatiif godhaa nu hordofaa.

25/02/2026

Du'aa'ii yaroo Taraawwii dheereeysuun bid’aa hamtuudha ja'an shek Muhsin baabbilee
godhaa kunoo

25/02/2026

fii Accountihim🤲🤲

Aamiin ja'aa warri ganda guddis koottaa

Address

Dire Dawa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when DI-Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share