Bilal Ibnu

Bilal Ibnu Motivation Islamic content

21/08/2025
15/08/2025
Odeeffannoo filannoo majlisaa.Pireezidaantiin Muummee Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa yeroo ammaa Sheek Hajjii Ibraahim...
15/08/2025

Odeeffannoo filannoo majlisaa.

Pireezidaantiin Muummee Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa yeroo ammaa Sheek Hajjii Ibraahim Tufaa buufata filannoo magaalaa Adaamaa Masjiida Hudaa itti galmaa'anitti argamuun sagalee kennuun isaanii ibsame.

Sheek Hajjiin sagantaa sagalee kennuu booda akka jedhanitti, gaaffiin ummata muslimaa "filannoon keenya masjiida keenya" deebii argateera jedhan.
Namni maxxansi keenya bira gahe Share waliif godhaa Yaroo hunda Akka Maxxansi keenya isin bira gahuuf โžชโคต๏ธ๐Ÿ˜˜๐Ÿ˜˜
๐—ฆ๐—ต๐—ฎ๐—ฟ๐—ฒ ๐—ช๐—ฎ๐—น๐—ถ๐—ถ๐—ณ ๐—š๐—ผ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ Facebook ๐™†๐™š๐™š๐™ฃ๐™ฎ๐™–๐™–๐˜€ ๐—™๐—ผ๐—น๐—น๐—ผ๐˜„ ๐—š๐—ผ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ ๐™…๐™–๐™ฏ๐™–๐™–๐™ ๐™ช๐™ข๐™ช๐™ก๐™ก๐™–๐™–๐™๐™ช ๐™†๐™š๐™ฎ๐™ง๐™–๐™ฃ.Toltu Multimedia Production

15/08/2025

Hugo Ekitike becomes just the second Liverpool player to score and assist on his Premier League debut ๐Ÿคฉ

Darwin Nunez also did it against Fulham in August 2022.

15/08/2025

As wr wb

Address

Dire Dawa
Dire Dawa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bilal Ibnu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share