ALEMU

ALEMU Good

Irreechi Bara 2017 Fulbaana 25  fi 26 kabajama!*********Gamtaan Abbootii Gadaa Ayyaana Irreechaa Bara kanaa kabajamu ila...
26/09/2024

Irreechi Bara 2017 Fulbaana 25 fi 26 kabajama!
*********
Gamtaan Abbootii Gadaa Ayyaana Irreechaa Bara kanaa kabajamu ilaalchisuun ibsa miidiyaaleef kennaniiru.

Haaluma kanaan Irreechi Hora Finfinnee Fulbaana 25 akkasumas Irreechi Hora Harsadee Fulbaana 26 kan kabajamu ta'uu Gamtaan Abbootii Gadaa ibseera.

22/09/2024

ማስተካከል :-በትናንትና ጉዟችን ቤተሰብ ፣ግለሰብ ፣ብሄረሰብ ፣አህጉር እና ሀገር ይዞ የመጣውን ስህተት ማስተካከል

ማስፋት:- ድሎችን ማስፋት

ማበርከት:- ለሚቀጥለው ትውልድ አሻራን በወርቅ የሚያስቀምጥ

Address

Doba

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ALEMU posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share