Sayid AN

Sayid AN shaashaamediashm9656 Boora'u calala!Alutajobs https://t.me/Alutajobs

22/11/2025

jedhan. Jireenya durayyuu itti ulfaatte irratti dhibeen akkanaa yoo nama mudatu 😭

!

Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Sayyoo Ganda Ifa Galaanoo abbaa kan hin qabne Harmee ishee walii wajjin kan jiraattu Barattuun kun maqaan ishee Zaaraa Jamaal Baamchaa jedhamti.

Aanaa Sayyoo Mana Barumsaa Galaanoo Meexxii keessatti yeroo ammaa kutaa 2ffaa barachaa jirti. Daa'imni kun Abbaa kan hin qabnee fi Haatishee immoo sammuun sirrii kan hintaanee dhibamtuu dha.

Daa'imni kun kaanserii mormaa godhattee sababa nama deggeru hin qabneef mormi ishee haala nama gaddisiisuun dhukkubee dhiigaa jira.Barattuun dhukkuba ulfaataa kana baattee daree keessa teessee dhiiga cobsaa barachaa jirti.

Kanaafuu namoonni daa'ima kanaaf garaan keessan gadde deggersa akka gootaniif isin gaafanna.Mucaan kun nama ishee garagaaru fi deggeru fira waan hin qabneef, Barsiisota itti dhiyoo ta'aanii amanamoo ta'aaniin Lakkoofsi Baankii Daldalaa 1000731889345 Maqaa namoota sadi armaan gadii kanaan banamee jira.isaaanis;

1.B/saa Mulunaa Taaffasee
2.Barsisaa Yooseef
3.B/stu Dammee Ijjiguu ti.

Barreefama kana isin immoo fuula fb keessaniin gochuun kan hin geenye biraan haa geenyuun dhaamsa kooti.
Namummaan kan nutti dhagayamu hundi iyyaafachuun waan dandeenyuun barattuu kana bira haadhaabbanuun waamicha namoomaa keenya isiniif goona!

Address

Finfinnee

Telephone

+251941288714

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sayid AN posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Sayid AN:

  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share