One Globe

One Globe Human beings are above all !

07/08/2026

Finfinnee harki caalan Oromoodha, garuu afaan Saba guddaa Afaan Oromoo dubbachuu ofitti qaana'a. yooma nuti dubbanneeyyuu ofirra garagaree nu ilaala. Uummata keenya kana alangaadhan garafuudha.

Dawwee qofa

05/08/2026
Dr. Miesso Bayou otuu itti gaafatamaa waajjira Fayyaa Finfinnee taasisanii jijjiirrama guddaa fiduu danda'a natti fakkaa...
21/07/2026

Dr. Miesso Bayou otuu itti gaafatamaa waajjira Fayyaa Finfinnee taasisanii jijjiirrama guddaa fiduu danda'a natti fakkaata. seektarri barnoota Finfinnee sirriitti irratti hojjatameera, ijoollleen oromoo Afaan ofiitin baratti, garuu dhukkubsataaan tokko afaan ofiitin himatee yaalamaa hin jiru.

isin maal jettu?


. Mulatu Demu
.Mekdes Daba
Balcha
Bayou

13/07/2026

Ijoollleen Salaalee koo hin gaddinaa hunduu ni darba. Wal mararfadhaa‼️

our legends!!
26/05/2026

our legends!!

Address

Fitche

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when One Globe posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share