Afran qalloo

Afran qalloo galmi keenya badhaadhina

🚨Oduu simbirtuu 🚨Mariin Nageenyaa Qondaaltootaa fi Miseensoota WBO waliin taasimaa jiru injifannoodhaan goolabamuu akka ...
28/11/2024

🚨Oduu simbirtuu 🚨

Mariin Nageenyaa Qondaaltootaa fi Miseensoota WBO waliin taasimaa jiru injifannoodhaan goolabamuu akka danda’u ifoomee jira.

Qondaaltotaa fi miseensoota WBO Waamicha nagaa ummannii fi mootummaan taasise fudhachuun egeree fi Dantaa ummata Oromootiif jecha nagaa buusuuf murteessan waliin mariin nageenyaa taasifamaa jiru haala gaariirratti akka argamuu fi injifannoodhaan goolabamuu akka danda’u ibsi Biiroon Koominikeeshinii Mootummaa baase akeekee jira

🕊🕊

Aanaa Miidhagaa Tolaatti kabajni Ayyaana Hundeeffama paartii Badhaadhinaa waggaa 5ffaa fi Sagantaan Goolabbii Leenjii Hu...
08/11/2024

Aanaa Miidhagaa Tolaatti kabajni Ayyaana Hundeeffama paartii Badhaadhinaa waggaa 5ffaa fi Sagantaan Goolabbii Leenjii Humna Abjuu kan Sadarkaa Aanaa fi Ganda gaggeeffame.
🛣️🛣️🛣️🛣️🛣️🛣️🛣️🛣️🛣️🛣️🛣️
Godina Harargee Bahaa Aanaa Miidhagaa Tolaatti Kabajni Hundeeffama paartii badhaadhinaa waggaan 5ffaanll, Konfaransii paarttii Badhaadhinaa fi Sagantaa xumura Leenjii Humna Abjuu Guddina Amanasiisaaf jedhu kan sadarkaa Aanaa fi Ganda gaggeeffama jira

  Kilaastara Misooma Ruuzii*************Qonnaan bultoonni Godina Harargee Bahaa aanaa Gursum karoora xiiqii gama qonnaat...
19/10/2024

Kilaastara Misooma Ruuzii
*************
Qonnaan bultoonni Godina Harargee Bahaa aanaa Gursum karoora xiiqii gama qonnaatin qabame galmaan gahuun wabii nyaataa sadarkaa maatiitti mirkaneessuf deeggarsa ogeessotaa dhiyeenyatti argataniifi carraawwan misoomaa jiran hundatti gargaaramuun kalaqaa fi ariitiin akkasumas baay'inaafi qulqullinaan Ruuzii misoomsurratti argamu.

29/07/2024
30/04/2024

Miss Tourism Halima Abdulshakur , dedicated to promote her people culture.

Visit Oromia

Address


Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Afran qalloo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Afran qalloo:

Shortcuts

  • Address
  • Telephone
  • Alerts
  • Contact The Business
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share