
09/03/2025
Ijoolleen kun ijoollee Godina , Aana ti Maqaa ishee Haziza Ahmed jedhamti iddo ani jiraacha jiru jette himatti. Ani kanin warran keenyan wal argee tureera Abbaa koo makinan dhoytee dhukkuba jira jedhani mallaqa erguuf obbooleessi koo mucaa xiqqaadha waa tokko hin beeku keetiratti ergafi jette hangas waan qabdu ergiif yeroo mallaqni koo sirratti seene dabaltee keessa fudhatta jetti Gurban ishee waliin dalaga jiru immo Wakgari Lemi jedhama. Haala Kanan Namoota irraa Hataa jirani