Dachas Dino Page

Dachas Dino Page Dachas is an Ethiopian political Analyst And Human Rights Activist❤️💚 ❤️

07/11/2025

Nuti Harargeen Wal-Cabsuu takka geenya. Inumaa Digrii bira dabarree PHD Itti qabna.

07/11/2025

Yaarabbi Obsa naaf kenni!!
Me yaada wahii qabaa
Du'aaiin nabira dhaabadha?

Aaaammmiiinnnn

12/10/2025

Daqiqaa tokkof dhaabu
Nabiyyuna Muhammadﷺ
irratti Salawaata buusi ❣️

12/10/2025

Gammachuu malee gaddaa Rabbii isiinirraa haa qabu

12/10/2025

Rabbiin harka sin eeggachiisini siif kennee namaarraa sihaa duroomsu. 🤲

12/10/2025

Osoo Ati Waan Xiqqoof Boossuu Rabbiin Waan Guddoo Siif Kennee Sihaa Gammachiisu🙏

12/10/2025

👉Akkuma Shirri dhukkuba sammuu tahe,Tola Ooltummaan 💥boqonnaa sammuuti.🧠

12/10/2025

Leenci iddoo tokko deemuu yoo barbaade karaa inni deemu irra bineensi baayyatus isa hin yaaddessu.

12/10/2025

" Rakkiinan fuula ilmaa
Nama rabbii sin dhaabin

12/10/2025

Gaariis haa tahuu badaan si qunnamu hundinuu Keeyrumaafi!

11/10/2025

Dubbachurra dhaggefachuutu
Caala Jennan Radio OBN banannee

11/10/2025

Namoota mul'ata keetiif bu'aa buusan malee Namoota mul'ata keetirratti ba'aa buusan hin hordofin 😎❗

Address

Gelemso

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dachas Dino Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share