Nuran yusuf

Nuran yusuf learning

Umurii dheerachuu yoo  feete, waan gaarii hojjedhu! Nama kamiifuu ilaalcha gaarii fi kabaja qabaadhu! ‎Qabeenyas dhabdu,...
21/04/2025

Umurii dheerachuu yoo feete, waan gaarii hojjedhu!
Nama kamiifuu ilaalcha gaarii fi kabaja qabaadhu!

‎Qabeenyas dhabdu, amalaa fi naamusaa gaarii qabaadhu!
‎Namummaa keetin, of tahii mul'adhu!

11/03/2025
 ⚘🌹🌹🌹🌹sayibaa kiyaa qalii Guyyaa kaana arguu keetif baay'ee gammadee jiraaBagaa bu'aa laaffati keetii waggaa  #20  bodaa...
22/02/2025

⚘🌹🌹🌹🌹
sayibaa kiyaa qalii
Guyyaa kaana arguu keetif baay'ee gammadee jiraa
Bagaa bu'aa laaffati keetii waggaa #20 bodaa agartee
Siin jeechuu barbaada
Congratulations 🎊 bro again

13/02/2025

jabaa taatee guddachuu yoo barbaadde:
=================
⚡️Soba dhiisi!
⚡️ Waan gadhee dhiisi!
⚡️Kana booda hin jedhin!
⚡️Amanamaa ta'i!
⚡️ Gaggeessaa Gaarii ta’i!
⚡️ Oduu fudhatama hin qabne dhiisi!
⚡️Ganama sa’aatii 1 dura ka’i hojjedhu!
⚡️ Mul’ata jireenya keetii hordofi!
⚡️ Mul'ata Gaarii qabaadhu!
⚡️Ergama keef iddoo kenni!
⚡️Olka'insa kee dabali!
⚡️ Bakka oolmaa kee adda baafadhu!
⚡️Garaa laafina tokko malee of jijjiiruuf karoora kaa'adhu!

19/05/2024

Life with out challenge is like dead!

Address

Gelemso

Telephone

+251943250065

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nuran yusuf posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Nuran yusuf:

Share