Waldaa Qulqullootaa Wiirtuu Aana Gindhiir ማኅበረ ቅዱሳን ግንር ወረደ ወረዳ ማዕከል

  • Home
  • Ethiopia
  • Ginir
  • Waldaa Qulqullootaa Wiirtuu Aana Gindhiir ማኅበረ ቅዱሳን ግንር ወረደ ወረዳ ማዕከል

Waldaa Qulqullootaa Wiirtuu Aana Gindhiir ማኅበረ ቅዱሳን ግንር ወረደ ወረዳ ማዕከል Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waldaa Qulqullootaa Wiirtuu Aana Gindhiir ማኅበረ ቅዱሳን ግንር ወረደ ወረዳ ማዕከል, Media, Ginir.

Ayyaana Masqalaa fi Waldaa Qulqullootaa Wiirtuu Aanaa Gindhiir
26/09/2025

Ayyaana Masqalaa fi Waldaa Qulqullootaa Wiirtuu Aanaa Gindhiir

Ayyaana Kabajaa Fannoo Gooftaa Magaalaa Gindhiir Suuradhan
26/09/2025

Ayyaana Kabajaa Fannoo Gooftaa Magaalaa Gindhiir Suuradhan

 :::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::Ayyaanni Fannoo Gooftaa Godinaa ...
26/09/2025


:::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::
Ayyaanni Fannoo Gooftaa Godinaa Baalee Bahaa Magaalaa Gindhiiritti bifa hoo'a ta'een kabajamee oole jira.
:::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::/
Ayyaana kana irrattii keessummoonnii kabajaa argaman
'il Qes_Tasfaayee_Taayyee Bulchaa Mana Lubummaa Aanaa Gindhiir
Bulchaa Mana Amantaa Jahan Magaalaa Gindhiir
Kantiibaa Magaalaa Gindhiir
Ittii gaafatamaa Bulchiinsaaf Nageenya Godina Baalee Bahaa fi Hoggantoota Mootummaa Olaanoo magaalaa Gindhiir fi Godinaa Baalee Bahaa argamani jiru.
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Keessummoonnii kabajaa argamaan akka jedhanittii Ayyaannii kun kan ummaata Orthoodoksii qofa osoo hin taanee sadarkaa Adunyaatti kan kabajamuu waan ta'eef kun milkaa'ina Guddaa dha jedha.
Dhuma irrattii ergaa baga isiniin gahee dabarsani jiru .

የጌታችንና መድኃኒታችን የመስቀል ደመራ በዓል በጊኒር ከተማ  እየተከበረ ይገኛል።       መልካም በዓል
26/09/2025

የጌታችንና መድኃኒታችን የመስቀል ደመራ በዓል በጊኒር ከተማ እየተከበረ ይገኛል።

መልካም በዓል

🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼''ወትባርክ:አክሊለ:ዓመተ:ምሕረትከ:ወይጸግቡ:ጠላተ:ገዳም ወይረውዪ አድባረ በድው፤ በቸርነትህ ዓመትን ታቀደጃለህ ምድረ በዳውም ስብን ይጠግባል።መዝ 64፥11 🌼🌼🌼🌼...
11/09/2025

🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼
''ወትባርክ:አክሊለ:ዓመተ:ምሕረትከ:ወይጸግቡ:ጠላተ:ገዳም ወይረውዪ አድባረ በድው፤ በቸርነትህ ዓመትን ታቀደጃለህ ምድረ በዳውም ስብን ይጠግባል።መዝ 64፥11
🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼
ማህበረ_ቅዱሳን_አባላት ፣አጋር አባላት እና ህዝበ ክርስቲያን በሙሉ
::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::
እንኳን ከዘመነ ማቴዎስ ወደ ዘመነ ማርቆስ በሰላም አሸጋገረን።በቸርነቱ ጎብኝቶን ለዛሬዋ ቀን ያደረሰን ልዑል እግዚአብሔር የተመሰገነ ይሁን አዲሱ ዓመት የሰላም ፣የጤና፣ የፍቅር እና የደስታ ዘመን ይሁንልን። መልካም አዲስ አመት

06/09/2025
Tajaajila Waldaa Qulqulloota 2017 B.A Raawwataman
01/09/2025

Tajaajila Waldaa Qulqulloota 2017 B.A Raawwataman

እንኳን አደረሳችሁ። እናታችን ኪዳነ ምሕረት የሕይወታችንን ቋጠሮ ትፍታልን።:::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::...
22/08/2025

እንኳን አደረሳችሁ።

እናታችን ኪዳነ ምሕረት የሕይወታችንን ቋጠሮ ትፍታልን።
::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::
ቶማስ ያየው እውነት ለኛም እስኪገለጥ አንወጣም ከደጅሽ
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Waldaan qulqullootaa Wiirtuu Aanaa Gindhiir Ijaarsa Mana Amantaa Kakuu Araaraa Aanaa Sawweenatiif Miseensa, hojjattoota Mootummaa , Waldaa Naattani fi ummaata Kiristiyaanaa Magaalaa Gindhiir irraa sochii ji'a tokkoo sagantaa galii walittii qabu taasiseen qarshii 270,625 fi Ashawaa Konkolaataa sadi walittii qabuun gumaacha taasisee jira.
✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️
Sagantaa kabajaa Olbahuu Haadha teenya karaa addaa ta'een kabajnee imala keeyaa garaa Gindhiir tti eegallee jirra.
Kabajnii fi ulfinnii Ilmasheef haa ta'u

Yaa gooftaa gara taabotaa fi Mana qulqullummaa keetti, gara iddoo boqonnaa kee deemi”

                  Kabajaa_Ayyaana_Du'aa_Ka'uu Haadha_teenya_Kakuu_Araaraa_Aanaa_Sawweenaa:::::::::::::::::::::::::::::::...
21/08/2025





Kabajaa_Ayyaana_Du'aa_Ka'uu Haadha_teenya_Kakuu_Araaraa_Aanaa_Sawweenaa
::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::
Kutaa Lallaabaa Baalettii Waldaan Qulqullootaa Wiirtuu Aanaa Gindhiir Ummata Magaalaa Gindhiir fi Naannawaa ishee jiraan qindeessuun kabajaa Ayyaana du'aa ka'uu dubree maariyaamii kabajuuf Magaalaa Gindhiir irraa 60Km kan fagaattu gara Aanaa Sawweenatti gaafa guyyaa 15/12/2017 sa'aatii 10:00 tii kennaawwaan addaa addaa ijaarsa mana Amantaatiif qabatee Afuuraa Eegale jira.

Ayyaannii Tulluu Taaboor Magaala Gindhiiriitti Haala Hoo'aa Ta'en Kabajamee. .Waaldaan Qulqulloota Wiirtuu Aana Gindhiir...
18/08/2025

Ayyaannii Tulluu Taaboor Magaala Gindhiiriitti Haala Hoo'aa Ta'en Kabajamee.

.

Waaldaan Qulqulloota Wiirtuu Aana Gindhiir Kutaa Lallabaa Mannen Kiristaana Jahaan, Manneen Barnoota Sanbataa fi Waldaa Naataneem Wajjiin Ta'uun Sagaanta Kabaja Ayyaanna Tulluu Taaboor Qoopheessuun Mana Kiristaana Waareegaama Qulqulluu Giyoorgiis Gindhiirittii Haala Hoo'aa Ta'en Kabajame jira.

Sagaanta Kana irraatti Bulchaan Mana Kiristaana Maagaala Gindhiir Jahanii Malaka Salaam Lubaa Qaalamawarq Yirsaa,Lubootaa fi Diyaaqoonota,Miseensoota Waldaa Qulquulloota Wiirtuu AanaGindhiir,Miseensoota Manneen Barnoota fi Kiristaanoota Magaala Gindhiirii fi Naannaawa ishee irraatti Argamaniru.

Kadhaannan Waangeelaa,Barnoota Waangeela,Faaruun Miseensoota Waldaa Qulqulloota fi Manneen Barnoota Sanbataatiin
Dhiyyaachuun xummuura irraatti Sirnii Daamootii Ibsuu Raawwatameera.

Bagaa Ittiin Nugaahe.

Madda Waldaa Qulqulloita Wiirtuu Aana Gindhiur

  🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏Waldaan Qulqullootaa Wiirtuu Aanaa Gindhiir Ayyaana Tulluu Taabor sababeeffaachun Barattoota dilbataa TsigeeTa...
17/08/2025

🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Waldaan Qulqullootaa Wiirtuu Aanaa Gindhiir Ayyaana Tulluu Taabor sababeeffaachun Barattoota dilbataa TsigeeTawahidoo fi Waldaa Naattaani Wajjiin ta'uun qophii addaa qopheessuun ummata kiristiyaana Magaala Gindhiir eegaa jira. Kanaaf isiniis kanumaa hubachuun guyyaa boruu (12/12/2017/ sa'aatii 9:00 irra eegalun Mana Amantaa Wareegamaa Qulqulluu Giyoorgisittii Ayyaana kana Waalin haa kabajnu
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

እንኳን ለጾመ ፍልሰታ በሰላም አደረሰን አደረሳችሁ።
07/08/2025

እንኳን ለጾመ ፍልሰታ በሰላም አደረሰን አደረሳችሁ።

Address

Ginir

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Qulqullootaa Wiirtuu Aana Gindhiir ማኅበረ ቅዱሳን ግንር ወረደ ወረዳ ማዕከል posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category