Michu Media No. 1

Michu Media No. 1 Government Organization

‎2018 abdii irraa gara ifa qabatamaatti!  Mindaan hojjattoota mootummaa inni xiqqaan qarshii 4,670 irraa gara 6,000 tti;...
18/08/2025

‎2018 abdii irraa gara ifa qabatamaatti!


Mindaan hojjattoota mootummaa inni xiqqaan qarshii 4,670 irraa gara 6,000 tti; inni guddaan qarshii 21,492 irraa gara 39,000 tti akka guddatu Koomishiniin Siviil sarvisii Federaalaa ibseera.
Daballii kanaan miindaan ka'umsaa eebbifamtoota digirii jalqabaa qarshii 6,940 irraa gara qarshii 11,500 ol guddateera.

Dabalatni mindaa haaraan kun Fulbaana bara 2018 irraa eegalee hojiirra kan oolu ta'uu Komishiniin Sivil Sarvisii Federaalaa ibseera.

አንጋፋው አርቲስት ደበበ እሸቱ ከዚህ ዓለም ድካም አረፈአንጋፋው የኪነ ጥበብ ሰው ተዋናይ፣ ኮሜዲያን እና አዘጋጅ ሆኖ ለረዥም ዓመታት በሙያው ሀገሩን አገልግሏል።ደበበ እሸቱ የመድረክ መሪ ፣...
17/08/2025

አንጋፋው አርቲስት ደበበ እሸቱ ከዚህ ዓለም ድካም አረፈ

አንጋፋው የኪነ ጥበብ ሰው ተዋናይ፣ ኮሜዲያን እና አዘጋጅ ሆኖ ለረዥም ዓመታት በሙያው ሀገሩን አገልግሏል።

ደበበ እሸቱ የመድረክ መሪ ፣ የሬዲዩ እና የቴሌቪዥን ድራማና ፊልሞች ተዋናይ እንዲሁም ጋዜጠኛም ነበር።

‎Muudama Haaraya  Aanaalee Godina Baalee Bahaa ‎1️⃣ ‎1. Muhammed Ab/Qaadir  - Kaantiibaa‎2. Kasaahun Dirribaa  - I/G Paa...
17/08/2025

‎Muudama Haaraya Aanaalee Godina Baalee Bahaa
‎1️⃣
‎1. Muhammed Ab/Qaadir - Kaantiibaa
‎2. Kasaahun Dirribaa - I/G Paartii
‎3. Nagaash Girmaa - I/A Kaantiibaa fi I/G Dald CHU fi Inv
‎4.Makkoo Abdulaxiif - I/G Ijaarsaa
‎5.Amiin Aliyyii - I/G Siyaasaa


‎2️⃣
‎1.Jamaal Umer - Bulchaa
‎2.Ballaxaa Daadhii - I/G Paartii
‎3. Amiin Aliyyii Bakar - I/A Bulchaa fi I/G Wajj Qonnaa
‎4.Mahmud Amiin - I/G Ijaarsaa
‎5.Tigist Girmaa - I/G Siyaasaa
‎3️⃣
‎1. Geetuu Abbabaa - Bulchaa
‎2. Kadiir Hajjii - I/G Paartii
‎3. Ab/Rahmaan Ab/Jabbaar - I/A Bulchaa fi I/G Wajj Qonnaa
‎4.Abraham Kabbadaa - I/G Ijaarsaa
‎5.Damee Baqqalaa - I/G Siyaasaa

‎4️⃣

‎1.Ziyaad Tamaam - Bulchaa
‎2.Sulxaan Aliyyii - I/G Paartii
‎3.Anwaar Ab/Rahmaan - I/A Bulchaa fi I/G Wajj Qonnaa
‎4.Munawaraa H/Ibroo - I/G Ijaarsaa
‎5.Abdurahim Shamsaddiin - I/G Siyaasaa

‎5️⃣
‎1.Ziyaad Usmaan - Bulchaa
‎2.Amiin Ahmadoo - I/G Paartii
‎3.Husseen Aadam - I/A Bulchaa fi I/G Wajj Qonnaa
‎4.Muussinaa Hassan- I/G Siyaasaa
‎5. Ahmad Tiku - I/G Ijaarsaa

‎6️⃣
‎1. Muniir Muhammad - Bulchaa
‎2.Ab/Rahmaan Sh/Ibraahim - I/G Paartii
‎3.Ahmad Xayyaar - I/A Bulchaa fi I/G Wajj Qonnaa
‎4.Saartuu Aadam - I/G Ijaarsaa
‎5.Aliyyii Yuunus - I/G Siyaasaa

‎7️⃣ Sarar
‎1.Ahmed Hassan - Bulchaa
‎2. Aliyyii Hassan - I/G Paartii
‎3.Hassan Yuusuf - I/A Bulchaa fi I/G Wajj Qonnaa
‎4.Rushee Aliyyii - I/G Ijaarsaa
‎5.Muraad Asad - I/G Siyaasaa

‎8️⃣
‎1.Xaahir Yaassin - Bulchaa
‎2.Adnan Ab/Rahmaan - I/G Paartii
‎3.Nugusee Simee - I/A Bulchaa fi I/G Wajj Qonnaa
‎4.Muhammad Amiin siraaj - I/G Ijaarsaa
‎5.Muussaa - I/G Siyaasaa

ከሚታሰበው በላይ ለውስብስብ ችግር ያጋልጣል  Iአንዳንድ ጥናቶች ከስክሪን የሚመነጨው ሰማያዊ ጨረር የእንቅልፍ ጊዜ መድረሱን ሰውነታችን እንዲረዳ የሚያደርገውን ሜላቶኒን የሚባለውን ሆርሞን ስ...
04/08/2025

ከሚታሰበው በላይ ለውስብስብ ችግር ያጋልጣል

Iአንዳንድ ጥናቶች ከስክሪን የሚመነጨው ሰማያዊ ጨረር የእንቅልፍ ጊዜ መድረሱን ሰውነታችን እንዲረዳ የሚያደርገውን ሜላቶኒን የሚባለውን ሆርሞን ስለሚቀንስ እንቅልፍን አስቸጋሪ እንደሚያደርግ አሳይተው ነበር።

ግን ከዚህም የባሰ አደጋ እንዳለው ነው የተገለጸው።

የኦክስፎርድ ተመራማሪው ፕሮፌሰር አንድሪው ፕዝቢልስኪም ሆነ ፕሮፌሰር ኤቸልስ፤ ለልቅ እና ጎጂ ይዘቶች እንደመጋለጥ ያሉ የኦንላይን ልምምዶች የሚደቅኑትን ከባድ ጉዳይ አይክዱም።

ነገር ግን ሁለቱም በስክሪን ጊዜ ዙሪያ ያለው ክርክር ተጠቃሚዎች ልምዳቸውን እንዲደብቁት ሊያደርጋቸው ይችላል የሚል ስጋትን ያነሳሉ።

አሁን ላይ፤ ልጆችን ከስክሪን መለየት ጥርጣሬ የሚያሻው ጉዳይ አይደለም ብላ ታምናለች።

ወላጆች በተቻለ መጠን ልጆቻቸውን ከስማርት ስልክ እንዲለዩ ትወተውታለች።

የወጣቶች የስክሪን አጠቃቀምን በተመለከተ በሚደረጉ ጥናቶች ላይ የሚሰበሰበው መረጃ በአብዛኛው በራስ ሪፖርት የተደረገ መሆኑን ብትስማማበትም፤ ይህ ብቻውን ማስረጃውን ውድቅ አያደርገውም ትላለች።

89 ቤተሰቦች 181 ልጆችን ያካተተ አንድ የዴንማርክ ጥናት በ2024 ታትሞ ነበር።

ከጥናቱ ተሳታፊዎች ግማሾቹ፤ ለሁለት ሳምንት የስክሪን ጊዜያቸው በሳምንት ለሦስት ሰዓታት ብቻ እንዲሆን ተገድቦ፤ ታብሌቶቻቸውን እና ስማርት ስልኮቻቸውን አስረክበዋል።

የጥናቱ ውጤት፤ የስክሪን ጊዜን መቀነስ "በሕፃናት እና በጉርምስና ዕድሜ ላይ ባሉ ወጣቶች ላይ አዎንታዊ ተጽዕኖ እንደሚያሳድር" እና "ማኅበራዊ ባህርይን" እንደሚያጠነክር ደምድሟል።

በጉዳዩ ላይ ተጨማሪ ምርምር እንደሚያስፈልግም ግን ጠቁሟል።

ብዙውን ጊዜ ከመጥፎ ዜና ጋር ተያይዞ የሚነሳው ረጅም ጊዜ ስክሪን ላይ መቆየት፤ በድብርት የሚጠቁ ወጣቶች ቁጥር ለመጨመሩ፣ ከባህርይ ጋር ለተያያዙ ችግሮች እና የእንቅልፍ እጦት መከሰት ተጠያቂ ተደርጎ ይጠቀሳል።

ታዋቂዋ የኒውሮሳይንስ ተመራማሪ ባሮኔስ ሱዛን ግሪንፊልድ ደግሞ፤ ኢንተርኔትን መጠቀም እና የኮምፒውተር ጨዋታዎች (games) በአስራዎቹ ዕድሜ ውስጥ የሚገኙ ልጆች አንጎልን ይጎዳል እስከ ማለት ትደርሳለች።

በአውሮፓውያኑ 2013 ባደረገችው ጥናት ረጅም የስክሪን ጊዜን የሚያስከትለው ጉዳትን ስለ የአየር ንብረት ለውጥ ጉዳይ ሲነሳ ከነበረባቸው የመጀመሪያዎቹ ጊዜያት ጋር አነጻጽራለች።

በብሪቲሽ ሜዲካል ጆርናል ላይ የወጣ አንድ ርዕሰ አንቀጽ፤ ባሮኔስ ግሪንፊልድ ስለ አንጎል ያቀረበችው ሀሳብ "በሳይንሳዊ ማስረጃዎች ላይ የተመሠረተ አይደለም... እንዲሁም ለወላጆችም ሆነ ለጠቅላላው ሕዝብ አሳሳች ነው" በማለት ተከራክሯል።

አሁን ደግሞ ሌላ የዩናይትድ ኪንግደም ተመራማሪዎች ቡድን፤ ረጅም የስክሪን ጊዜ ጉዳቶችን በተመለከተ ተጨባጭ ሳይንሳዊ ማስረጃ ይጎድላል ብሏል።

BBC

Oduu Muudama.Obboo Addisuu Araggaa Qixxeessaa Ministeera ministera Qonnaa ta'uun muudamaniru. Jabaa ilma sabaa bara hoji...
01/08/2025

Oduu Muudama.
Obboo Addisuu Araggaa Qixxeessaa Ministeera ministera Qonnaa ta'uun muudamaniru. Jabaa ilma sabaa bara hojii gaari isinif hatahu!!

👉 Qophoofnera👈  Bultii Xumurame jira Aanaa Goobbaatti Guyyaa seena qabeessatti, hojii seenaqabeessa haa hojjennuDhaabuud...
30/07/2025

👉 Qophoofnera👈
Bultii Xumurame jira Aanaa Goobbaatti Guyyaa seena qabeessatti, hojii seenaqabeessa haa hojjennu
Dhaabuudhaan Bayyanachuu!
Isin hoo qophooftanii?

ለንግስ በዓሉ የተቋቋመው ጊዜያዊ ችሎት አንድን ስልክ የነጠቀ ወንጀለኛ በ3 ዓመት እስራት ቀጣ  | በሀዋሳ ከተማ እየተከበረ ባለው ዓመታዊ የቅዱስ ገብርኤል ንግስ በዓል አንድ ግለሰብ ስልክ ...
26/07/2025

ለንግስ በዓሉ የተቋቋመው ጊዜያዊ ችሎት አንድን ስልክ የነጠቀ ወንጀለኛ በ3 ዓመት እስራት ቀጣ

| በሀዋሳ ከተማ እየተከበረ ባለው ዓመታዊ የቅዱስ ገብርኤል ንግስ በዓል አንድ ግለሰብ ስልክ ነጥቆ ለማምለጥ ሲሞክር በቁጥጥር ስር በመዋሉ በተቋቋመው ጊዜያዊ ችሎት በ3 ዓመት ፅኑ እስራት ተቀጥቷል::

በዓሉን ፍፁም ሰላማዊ ለማድረግ የብሔራዊ መረጃና ደህንነት አገልግሎት፣ ፌደራል ፖሊስ እና የክልል ፖሊስ በጋራ በመሆን ከአንድ ማዕከል በተሰጠ አቅጣጫ የፀጥታ ማስከበር ስራውን እየሰሩ መሆናቸውን ኢንስፔክተር ሽመልስ ገልፀዋል::

Hospitaalli Hunda galeessa Addaa Yunivarsiitii Salaalee hojii ijaarsaalee babal'isuu, meeshaalee yaala ammayya'aafi diij...
26/07/2025

Hospitaalli Hunda galeessa Addaa Yunivarsiitii Salaalee hojii ijaarsaalee babal'isuu, meeshaalee yaala ammayya'aafi diijitaalessuu qarshii biiliyoona 1.8 hojjechaa ture eebbisiisaa jira.

Kallacha Oromiyaa: Adoolessa 19,2017 Hospitaalli Yuunivarsiitichaa guyyaa har'aa pirojeektota babal'inaafi giddu gala baqaqsanii yaaluu moojularaa,babal'ina kutaalee bakka Pirezidaantii Itti Aanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa dabalatee hoggantootni olaanoo argamanitti eebbisiisaa jira.

Hospitaalli kun waggoota 25 dura Mootummaa Naannoo Oromiyaan kan hundaa'eefi hawaasa godinichaaf tajaajila kan kennaa tureera.

Haata'u malee waggoottan sadiin dura waliigaltee MNO fi Yunivarsiitii Salaalee taasisaniin Hospitaalli Waliigala Fiichee bulchinsa isaa gara Yunivarsiitii Salaaleetti jijjiiramuu Hojii Gaggeessaa Olaanaa Hospitaala Yuunivarsiitichaa Dr Mi'eessoo Baayyuu ibsaniiru.

Sanaan booda hospitaalichi maqaasaa Hospitaala Hundagaleessa Addaa Yunivarsiitii Salaalee(Selale Univarsity Comprehensive Hospital) jedhamuun tajaajilasaa qaqqabamaafi ammayyaa'aa taasisuuf hojjetaa tureera.

Hospitaalichi bulchinsasaa gara Yuunivarsiitii Salaaleetti osoo hin dhufin yunivarstichi MNO ykn Biiroo Fayyaa waliin atoomuun hojii bal'aa hojjechaa turuu kan ibsan Hojii Gaggeessaa Olaanaa hospitaalicha Dr. Mi'eessoo kanneen akka hanqinaatti qorannoon adda bahan kan akka hanqina ogeessoota fayyaa, hanqina meeshaalee yaalaa,tajaajilli kennamu mutaa'aa ta'uufi bu'uuraalee misoomaa dabalatee hojii diijitaalessuu ta'uufi kanneen furuun hawaasaaf tajaajila gahaafi qaqqabamaa kennuuf waliigale.

Kanneen furuuf waggoottan sadan darban sochii bal'aafi tajaajila fayya hunda galeessa kennuuf hojjetaa tureera.

Kanaanis ogeessa fayyaa dura 360 ture yeroo ammaa doktoroota ispeeshaalistoota 56,Sab ispeeshaalistoota 7 dabalatee ogeeyyotaafi hojjettoota bulchinsa dabalatee gara 841 kan guddateera.

Hanqina meeshaalee guutuun walqabatee yeroo sana meeshaalee muraasa ture yeroo ammaa meeshaalee ammayyaa'aafi diijitaalawaa

Godina Arsii lixaa aanaa Adaabbaa iddoo addaa washaa sabsibee jedhamutti balaa konkolaataa mudateen hanga ammaatti lubbu...
24/07/2025

Godina Arsii lixaa aanaa Adaabbaa iddoo addaa washaa sabsibee jedhamutti balaa konkolaataa mudateen hanga ammaatti lubbuun namoota sagal darbe.

Qindeesssaan nageenya tiraafika waajjira daandii fi loojistikii aanaa Adaabbaa Obbo Magarsaa Baqqalaa akka ibsanitti konkolaataan doolfiin gabateen 52306 ta'e Godina Baalee magaalaa Diinshoo irra imaltoota fe'ee gara Magaalaa Adaabbaa imalaa ture iddoo addaa washaa sabsibee jedhamutti garagaluun lubbuun namoota sagal darbuu himuun namoonni afur immoo miidhamanii yaalamaa jiraachuu dubbataniiru.

Caccabaan xiyyaara Raashiyaa namoota 49 fe'ee balalii’aa ture aragame*****************Namoota 49 fe'ee balalii’aa kan tu...
24/07/2025

Caccabaan xiyyaara Raashiyaa namoota 49 fe'ee balalii’aa ture aragame
*****************

Namoota 49 fe'ee balalii’aa kan ture Xiyyaarri Raashiyaa, caccabaan xiyyaarichaa bakka gahumsa isaa otoo hingahiin kiiloo meetira 16 irratti argamuun himameera.

Qabeenyummaan isaan Daandii Xiyyaaraa Angaaraa kan ta'e Xiyyaarri Antonoov 24, daa'imman 5 dabalatee namoota 43 fi hojjettoota xiyyaarichaa jaha fe'ee ture.

Qondaaltonni Siiviil Aviyeeshinii Raashiyaa balaan kun erga mudatee yeroo muraasa booda, xiyyaarichatti ibiddi qabachuu fi namni tokkollee lubbuun ni hafa jedhamee kan hineeggamne ta’uu himaniiru.

24/07/2025
Faransaay bakka bu’ummaan Afrikaa, Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii akka dabalu dhaamte+++++++++++...
24/07/2025

Faransaay bakka bu’ummaan Afrikaa, Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii akka dabalu dhaamte
++++++++++++++++++++++
Adoolessa 17/2017 Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Ambaasaaddarri Faransaay Jaroom Boonafoonti akka jedhanitti, Paaris haaromsa Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii bakka bu’ummaa biyyoota Afrikaa guddisuuf taasifamu nideeggarti.

Biyyoonni Afrikaa qaama haaromsa kanaa ta’uun miseensa dhaabbataa ta’uun hirmaannaa olaanaa qabaachuu akka qaban ni amanti jechuun, walgahii Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Ministira Muummee Ittaanaafi Ministirri Dhimma Alaa Paakistaan Muhaammad Ishaaqiin durfamurratti dubbataniiru.

Faransaay tattaaffii jijjiiramaa qaama kabaja waggaa 80ffaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii ta’uun dhaabbaticha si’ataa akkasumas haqa waytaawaa waliin walsimsiisuuf eegalame akka deeggartu eeraniiru.

Deebii manni marichaa rakkoolee idiladdunyaa ijoo ta’aniif kenne kan qeeqan Boonafoonti, lola Israa’el Gaazaarratti geggeessaa jirtu dabalatee waraanni Yuukreen keessatti geggeeffamaa jiru akka dhaabbatuufi nageenya Sudaan deebisuuf manni marichaa tarkaanfii murteessaa akka fudhatu gaafataniiru.

Address

Goba

Telephone

+251921707510

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Michu Media No. 1 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share