01/05/2024
Abeel Tasfaayee deeggarsa namoomaa Gaazaaf doolaara miliyoona lama arjoome
Weelisaan beekamaa Kaanaadaa maatiinsaa lammiilee Itoophiyaa tahan Abeel Tasfaayee(The Weeknd) Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii, deeggarsa Sagantaan Nyaata Addunyaa Gaazaatti taasisuuf doolaara miiliyoona lama arjoome.
👉👉 https://bbc.in/3wrH5Y2