07/06/2023
Bismillaah Galagala Arra Fedhii Rabbiitiin Hulaan guddoon 🚪 Rizqii Tan Halaal Siif haa banamtu Aamiin 🤲
Waa dhaba Haraam Sirratti Rabbi haa godhu
Bihar Bihaqqi Subhaana Rabbika Rabbil izzati Ammaa Yasifuun Wasalaamun Alal mursaliin
Wal hamdulillaahi Rabbil Aalamiin
Aamiin ja'aa Share Godhaa Jzk kheir