Ilmaan Gujii madda albuudaa

Ilmaan Gujii madda albuudaa Free from political party

Maanguddoo Suuraan isaanii Muldhatu Kun   Jedhamu, Jiraata Magaala Bulee Horaati! Guyyoota Muraasa Dura Namoonni suuraa ...
12/08/2026

Maanguddoo Suuraan isaanii Muldhatu Kun Jedhamu, Jiraata Magaala Bulee Horaati!
Guyyoota Muraasa Dura Namoonni suuraa isaan hartuu harkaan hojjechuun Gurguranii ittin Jiraatan arguun gaddanii akkaata jireenya isaanii yoo gaafatan Nama na Gargaaruu hin qabu, ijoollee of Biraa hin qabu, Akka Aadaa Gujiitti ammoo Kadhaa kanaafi Kanuman Yoon Buddeena nyaadhe jedhee ittin rakkadha jedhan miidiyaatti yoo baasan Namoonni hedduun Gargaaruuf fedha Akka qaban ibsaa turan!
kana Giddu galeessaa Godhachuun Amma Maqaa isaaniitiin Lakk. Herregaa Bankii banamee Jira
CBE: 1000787635559
Waan qabduun gumaachiifi wol malee maan qabna waan Dandeennuun wol qarqaaruu dirqama qabna 💔 kun abbaa keenna hundaati waan jalqanne kana mana itta Goonu malee Duubatti Hin deebinu 😭.waan qabnuun biraa haa dhabbanuu🙏

Gujiin dubartoota jajjabeeffadha! Miseensa Caffeef dubartii qofa ado dhiyeessine dansa'aa..Gaaffilee dubartiin cimtuu tu...
19/07/2026

Gujiin dubartoota jajjabeeffadha! Miseensa Caffeef dubartii qofa ado dhiyeessine dansa'aa..

Gaaffilee dubartiin cimtuu tuni hardha walgayii caffee irratti kaache
1ffaa Gaafa Filannoo Surraa barguddaa fi Malkaa soddaa ummanni woraana gubbaa ture. Rakkoo nageenyaa maafi furamu dhabe?
2ffaa Daandii Garbaa hanga qarcaa, Bulee horaa surraa barguddaa hanga suyyamoo, Bulee horaa hanga shaakkisoo maaliif hojjatamu dhabee?
3ffaa Daandii Asipaaltii magaalaa Bulee horaa ni hojjatama jedhame hanga ammaa waan ilaan dhaggine hin qannu maaliif ture?
4ffaa Buufata konkolaataa Bulee horaa maaliif itti taphatanii? Rakkoo dizaayinii jettan, Rakkoo kontraaktara jettan maaliif hanga ammaa xumuramuu dhabe akkuma buufata konkolaataa shaashamannee san?
5ffaa Siidaa wareegamtoota Tuulaa Surroo nuuf haa ijaaramuu
6ffaa Magaalaa Bulee horaaf hospitaala dabalataa nuuf haa ijaaramu. Hospitaalli amma jiru yuunivarsiitii Bulee horaatin boordiin bula garuu rakkoo walxaxaa qaba nuuf sirreessa
7ffaa Bishaan dhugaatii qulqulluu magaalaa Bulee horaa dhiyeessi ummataaf gahaa moti nuuf haa dabalamu
8ffaa Godina Gujii Lixaatti pirojektii baay'een hirmaannaa ummataa qofaan hojjatamaa jira. Maaliif bajataan nu deeggaruu diddanii nurratti daa'atanii? Nu deeggara
9ffaa Dugdaa daawwaa, Surraa barguddaa fi malkaa soddaatti hongeen akka hin muudanne pirojektii Finnaa nuuf haa hojjatamu
10ffaa Buufata xiyyaaraa Bulee horaa nuuf haa hojjatamu lafa qanna kootta nuuf hojjadha fi kkf

jabduu namaa nuuf jiraadhuu

02/07/2026
01/07/2026

Part 7

01/07/2026

Part 6

01/07/2026

Part 5

01/07/2026

Part 4

01/07/2026

Part 3

Address

Bule Hora
Hagere Mariam

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ilmaan Gujii madda albuudaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share