Jilo Badacho ጅሎ ባዳቾ

Jilo Badacho ጅሎ ባዳቾ JesusChrist

09/07/2025

Adoo yeroon jiruu hojjadhu boruu akka har'aatti miti.

01/07/2025

Yaada gaarii qofaan gaggeeffamta tanaan ati mo'atadha.

Dhaloota dhufuuf gaaddisa boqonnaa ta'uuf ni hojjanna. Asharaa Magariisaa dhalootaaf.
01/07/2025

Dhaloota dhufuuf gaaddisa boqonnaa ta'uuf ni hojjanna. Asharaa Magariisaa dhalootaaf.

22/04/2025

Mukti dheerina si hin caalee gaaddisa sii ta'uu hin danda'u.

08/03/2025

Namoonni eennummaa kee hin beenne iddoo siif hin qabanu.
Ati immoo eennummaa kee waan beettuuf iddoo ofiif hin dhabiin.

29/10/2024

ኢየሱስ የመጨረሻ ርዕሰ ነው።

28/10/2024

Hujii fannoo Yesuusitiin jiraadhe!

Address

Bule Hora
Hagere Mariam

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jilo Badacho ጅሎ ባዳቾ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share