Murtii A

Murtii A The heaviest thing is not the mountains, not the oceans, but the self that forgets to control itself 🌑

12/05/2026

Nabi Muhammad irratti Salawaata Buusuun Raahaa Qalbiiti.💚ﷺS A W🥀

10/05/2026

el'classico

El'classico today
10/05/2026

El'classico today

 !Itoophiyaa gara Biyya Fakkeenyummaatti! Sagantaan duula na filadhaa Paartii Badhaadhinaa miseensota,deggartootaafi jir...
23/04/2026

!
Itoophiyaa gara Biyya Fakkeenyummaatti!
Sagantaan duula na filadhaa Paartii Badhaadhinaa miseensota,deggartootaafi jiraattota Magaalaa Maayaafi Godina Harargee Bahaa hirmaachisee magaalaa Maayaatti geggeeffamaa jira.‼️

Iŕan
24/03/2026

Iŕan

24/03/2026

Yeroo dheeraa booda deebine

ODUU AMMEE: Soomni Ji'a Ramadaanaa Boru (Roobii) ni JalqabamaBaatiin Ramadaanaa waan mul’atteef soomni ji’a kabajamaa Ra...
17/02/2026

ODUU AMMEE:

Soomni Ji'a Ramadaanaa Boru (Roobii) ni Jalqabama

Baatiin Ramadaanaa waan mul’atteef soomni ji’a kabajamaa Ramadaanaa boru Roobii, Guraandhala 18, 2026 kan jalqabamu ta’uu beeksiseera Sa’udi Arabiyaan beeksisteetti.

Hawaasni Muslimaa hundi halkan har’aa irraa jalqabee salaata Taraawiihii kan eegalu yoo ta’u, boru ganama barraaqaan sooma jalqabaa eegalu.

12/02/2026

Halkan Jum'a. Ergama Rabbii Nabi Muhammadﷺ .Irraatti Salawata Buusu Baay'isaa❣️

30/01/2026

Yaa Rabbi Warraa Baatii Ramadaanaa dhaqqabee Soomanee itti Milkaa’u ta’uu sikajeella. Aamiiin.
Asrii Jum’aa jirra Duaa’ii hagodhannu Inshaa Allah ‎ﷺ

30/01/2026

Hadiisni kun Dhaamsa guyyaa arraa siif haa tahu ;

Rasuulli ‎ﷺ akkana ja’a “Waa Afur oggaa qabaatte duniyaa irraa waan si dabreef dantaa hin qabaatin..
1.oggaa haasooytu dhugaa dubbachuu.
2.Amaanaa tiiysuu (Amaana Rbbiiti fi ta namaatiis)
3.Akhlaaqa gaarii qabaachuu.
4.Waan halaal qofa garaa keetitti nyaachuu.”

Wanni afran kun irra caalaa waan Rabbiin gabricha jaalatuuf kannuudha.
Namni Rabbiin waan Afran kana kanneef duniyaa fi wanni namni argachuuf rakkatu hundi sababa isa bira heddummaachuuti taati.
Yeroo hunda Hadiisa Tokkichaa kana ija tee duraa fi sammuu tee keessaa akka dhabamu hin godhin.

07/10/2025

Haadhaf Abbatti Tola Oolun Walakka Hulaale Jannataati jedhan ď·ş

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Murtii A posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share