Abdii Ahmed

Abdii Ahmed ๐Ÿ‘‰Mul'ata keetu, sitti Mul'achaa jira taanaan Boruu kee fi Har'a kee irratti Xiyyeeffadhu! waanti hundii ni darbaas ni Danda'amaas โ€ผ๏ธ๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช

24/05/2026
  mul'ata fagoof harka hojjetu qaba โ€ผโ€‹Harโ€™a gaโ€™umsa geggeessummaa fi kutannoon Muummee Ministiraa keenyaa guutuu ardii A...
24/05/2026

mul'ata fagoof harka hojjetu qaba โ€ผ

โ€‹Harโ€™a gaโ€™umsa geggeessummaa fi kutannoon Muummee Ministiraa keenyaa guutuu ardii Afriikaa fi hiriira Addunyaa kan jijjiiredha. Inni goota yeroo murteessaatti seenaa hundee irraa sochoosee fi dhalootaaf abdii haaraa uumedha. Dandeettiin hoggansa isaa gufuuwwan keessaa fi alaa hundumaa bittinneessuun, Itoophiyaa gara hiriira dorgommii qarooma Addunyaatti ceesiseera.โ€‹Kun dubbii afaanii qofa osoo hin taane, ragaa qabatamaa lafa irratti mul'atudha:-
๐Ÿ‘‰โ€‹Projektoota gurguddoo ijaaranii xumuruun dandeettii Afriikaa Addunyaatti agarsiiseera
๐Ÿ‘‰โ€‹Magaalota ammayyaa fi bakkeewwan daawwannaa turizimii ijaaruun, miidhagina biyya keenyaa Addunyaaf ifa godheera.
๐Ÿ‘‰โ€‹Oomisha Qamadii Bonaatiin hirkattummaa gargaarsaa jalaa baanee, of danda'uun akka danda'amu lafarratti mirkaneesseera
๐Ÿ‘‰โ€‹Xumura Hidha Haaromsa Guddichaa kabajaan labsuun, abjuu dhaloota baay'ee gara dhugaatti jijjiireera.
โ€‹Abbichuun mul'ata fagoo fi harka hojjetu qaba. Inni diinota keessaa fi alaa qaanessuun, Itoophiyaa ol deebisee handhuura diinagdee Addunyaa taasiseera. Dhugumatti, Abbichuun ni danda'a; hojjeteera; gara fuulduraattis seenaa raajeffachiisaa hojjechuu isaa itti fufa!.





 !Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti!Hararghee Bahaa Aanaa Kurfaacalletti Sosochiin duula filannoofi hiriirri deegga...
24/05/2026

!
Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti!

Hararghee Bahaa Aanaa Kurfaacalletti Sosochiin duula filannoofi hiriirri deeggarsaa Paartii Badhaadhinaa fi Eebba Mana Barnoota Moodela Gaggeeffamaa jira.Sagantaa kana irrattis hooggantootni olaanoo,Naanmoo,Godinaa fi Aanichaa akkasumas miseensotaafi deeggartootni Paartii Badhaadhinaa argamaniiru.

Paartiin Badhaadhinaa fedhii bu'uuraa uummattootaa karaa bu'a qabeessaafi fulla'insa qabuun mirkaneessuuf bu'uura ilaalama diinagdee damdaneessaatiin guddina diinagdee si'ataa,hunda-galeessa,addunyaarratti dorgomaa ta'e mirkaneessuun Itoophiyaa fakkeenya badhaadhinaa taate ijaaraa jira.

Badhaadhinni Paartii federaalizimii dhugaatiin sabootaafi sab-lammoota hammachuun ijaarsa biyya fakkeenyummaa qabduu kan dhugoomse ta'uu kan himan,waggoottan jijjiiramaa darbanittis tarkaanfiiwwan Badhaadhina hunda-galeessa galmaan gahan bocuun hojii hojjetameen milkaa'inootni gurguddoon argamuus ibsaniiru.

Mootummaan Badhaadhinaa seenaa Itiyoophiyaa gargaartummaa irraa gara Oomishtummaatti ceesisuun kabaja,guddinaafi birmadummaa biyyaa dhugoomsuuf cichoominaan hojjetamaa jiras jedhan.

Aanichiis bu'aa Paartii Badhaadhinaatiin kan dhalatee fi yaadama ida'amuutiin guddinni si'ataa keessatti kan dhugoome ta'uus ibsaniiru.Paartii yaada gochaan mirkaneessuun biyya of dandeessuu kan ijaare ta'uu kan himan;Waggoottan Shanan darbanitti hojiiwwan fayyadamummaa hawaas-dinagdee Uummataa mirkaneessan argamuus ibsaniiru.

Paartiin Badhaadhinaa,Paartii dhaloota haaraa siyaasa Itiyoophiyaa ammayyeessuun birmadummaa,tokkummaafi fakkeenyummaa biyyaa Paartii mirkaneesse ta'uu himuun waggoottan itti aananitti milkaa'inoota kanneen itti fufsiisuuf Uummatni Badhaadhina filachuu akka qabanis waamicha taasisaniiru.

Paartii Badhaadhinaa Filadhaa!
Paartii Badhaadhinaa filachuun biyya jabduu,dimokiraatoftuufi birmadummaan ishee gama hundaan mirkanaa'e ijaaruudha.

Mallattoon keenya Nadoo/Bissii qamadiiti.

Waadaa Ummata Keenyaaf Galle Guunnee.Sirna Haqaa Diriirsinee.Fedhii fi Faayidaa Ummata Keenyaa Kabachiifnee.Biyya kuftee...
24/05/2026

Waadaa Ummata Keenyaaf Galle Guunnee.
Sirna Haqaa Diriirsinee.
Fedhii fi Faayidaa Ummata Keenyaa Kabachiifnee.
Biyya kuftee turte ol Kaafnee.
Sagalee ummata keenyaa Guutuu Argannee
Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti Ceesisuuf Ciminaan Hojjachaa Jirra !!
!!

 !๐—œ๐˜o๐—ผ๐—ฝ๐—ต๐—ถ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ ๐—š๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ ๐—•๐—ถ๐˜†๐˜†๐—ฎ ๐—™๐—ฎ๐—ธ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐˜‚๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ!Hararghee Bahaa Aanaa Mettaatti duulli na filadhaa Paartii Badhaadhinaa Miseens...
24/05/2026

!
๐—œ๐˜o๐—ผ๐—ฝ๐—ต๐—ถ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ ๐—š๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ ๐—•๐—ถ๐˜†๐˜†๐—ฎ ๐—™๐—ฎ๐—ธ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐˜‚๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ!

Hararghee Bahaa Aanaa Mettaatti duulli na filadhaa Paartii Badhaadhinaa Miseensa Gurmuu Dubartoota hirmaachise Magaalaa Calanqootti gaggeeffamee jira.Sagantaa duula nafiladhaa Paartii Badhaadhinaa Kanarrattii Hogganttuun Gurmuu Dubartoota Paartii Badhaadhiina Oromiyaa Aadde Semiya Abdella fi Bulchaan Godinichaa Aadde Miski Mohammed Akkasumaas IG Gurmuu Dubartootaa Paartii Badhaadhinaa Godinichaa Aadde Kimiya Abrahim argamuun, Barii jijjiramaa booda Injifannowwan paartii badhaadhiina galmeessan keessatti hirmaannaan dubartootaa rooga siyaasaa fi dinagdee,hawaasummaa keessatti qaban waldura duubaan ibsaniiru.

Waggoottan shanan darban keessatti injifannoowwan galmeessineen muuxannoowwanii fi jalqabbiiwwan egeree keenya bu'uura amansiisaarra dhaabuu danda'an kan argaman hirmaannaa fi qooda fudhannaa olaanaa dubartootaatiini.

Paartiin Badhaadhinaa Tokkummaa biyyaalessaa cimsuun, Misooma Ariifachiisuun egeree keenya bu'uura amansiisaarra dhaabaa waan jiruuf nuti dubartoonni ejjennoodhaan Paartii Badhaadhinaa cinaa nii dhaabbanna.

Dubartoonni sosochii kanarratti hirmaatan Paartiin Badhaadhinaa Paartii Hirmaannaafi fayyadamummaa dubartoota guddisuuf hojjetaa jiruu ta'uu mirkaneessuun Paartii Badhaadhinaa waliin akka hiriiranis ibsanii jiru. Jijjiiramaan as karaa hin baratamneen dubartootaaf xiyyeeffannoo kennamee hojii hojjetameen bu'aa qabatamaan galmaa'us ibsaniiru.

Paartiin Badhaadhinaa Tokkummaa biyyaa cimsuun,misooma ariifachiisuun egeree keenya bu'uura amansiisaarra dhaabaa waan jiruuf nuti dubartoonni ejjennoodhaan Paartii Badhaadhinaa cina nii dhaabbanna jechuun ejjennoo isaanii ibsanii jiru.

Haala qabatamaa amma keessa jirruun humni biyya ceesisuu danda'uufi fayyadamummaa dubartootaa dhugoomsuu danda'u Paartii Badhaadhinaa qofa ta'uu waan amanneef filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa kanarratti Paartii Badhaadhinaaf sagalee keenya kennuuf murteessineerra jechuun ibsan.Hirmaannaa fi

Badhaadhina Filachuun Nageenya, Misooma, Walqixxummaa Haqa-qabeessa Mirkaneessuudha!Mallatoon Filannoo Paartii Badhaadhi...
24/05/2026

Badhaadhina Filachuun Nageenya, Misooma, Walqixxummaa Haqa-qabeessa Mirkaneessuudha!

Mallatoon Filannoo Paartii Badhaadhinaa Nadoo Qamadiiti โœ๏ธ

  Baddannoo Dambalii Uummataa Duula nufiladhaa Miseensoota fi Deeggartoota Paartii Badhaadhina!Godina Harargee Bahaa Aan...
24/05/2026

Baddannoo
Dambalii Uummataa Duula nufiladhaa Miseensoota fi Deeggartoota Paartii Badhaadhina!

Godina Harargee Bahaa Aanaa Baddannootti Sosochiin Duulli na filadhaa Paartii Badhaadhinaa bifa addaa taheen Hawaasaa Aanichaa hirmaachisee bakka Hoggansii Naannoo fi Godinaa argamanitti gaggeeffamee jira.
โœ”๏ธŽPaartii Badhaadhinaa filachuun Sirna dimookiraasii dhugaa biyya keenya keessati ijaaruudha.
โœ”๏ธŽ Badhaadhina filachuun hedduminaa fi tokkumaa biyyaleessumaa wal madaale biyya keessattii mirkanneessudha.
โœ”๏ธŽBadhaadhina filachuun hiyyumaa fi boodatii hafumaa hambisuudha.
โœ”๏ธŽ Badhaadhina filachuun sirna siyaasaa fi aadaa dimookiraasii buโ€™uura jabaan ijaaruudha.
โœ”๏ธŽ Badhaadhina filachuun adeemsa ijaarsa biyya hin xumuramnee golabii itti gochuudha.
โœ”๏ธŽBadhaadhina filachuun Kabajaa fi Guddummaa Itoophiyaa Arguu Filachuudha,
โœ”๏ธŽ Badhaadhina filachuun Ulaan Galaanaa Banamee Arguu Filachuudha,
โœ”๏ธŽBadhaadhina filachuun Badhaadhinni Hunda Galeessi Itoophiyaa Mirkanaa'ee Arguu Filachuudha,
โœ”๏ธŽ Badhaadhina filachuun Haqni Itoophiyaa Mirkanaa'ee Arguu Filachuudha,
โœ”๏ธŽ Badhaadhina filachuun Dimookraasiin Itoophiyaa Bu'uuraa Cimee Arguu Filachuudha!
โœ”๏ธŽ Badhaadhina Filachuun Fayyadamummaa Ummataa kenyaa Mirkaneessuudha!
โœ”๏ธŽ Badhaadhina filachuun Dargaggoota Abdii Egeree Ijaarudha!

โœ”๏ธŽPaartii Badhaadhinaa Filadhaa!
โœ”๏ธŽMallattoon Keenya Nadoo Qamadiiti!
Itoophiyaa gara Biyya Fakkeenya Taateetti!

Itoophiyaan boqonnaa jijjiiramaa keessa jirti โ€ผItoophiyaan yeroo ammaa boqonnaa jijjiiramaa seena_qabeessa ta'e keessa j...
24/05/2026

Itoophiyaan boqonnaa jijjiiramaa keessa jirti โ€ผ

Itoophiyaan yeroo ammaa boqonnaa jijjiiramaa seena_qabeessa ta'e keessa jirti. Biyyi keenya abjuu badhaadhinaa dheebottu irraa gara injifannoowwan qabatamoo fi ifa ifutti ce'aa jirti. Gaaddisa hooggansa cimaa Muummee Ministeeraa Dr. Abiy Ahimadiin, riifoormiin diinagdee bal'aan gaggeeffame bu'aa boonsaa galmeessisaa jira. Kun immoo, walqixxummaa fi fayyadamummaa hawaasa keenya guutuu mirkaneessuuf utubaa cimaa ta'eera.kanaaf ammoo warraqsi Itoophiyaan haa oomishtuu jedhu baasii biyyattiin baaftu hambisuu bira darbee hojii dhabdummaa hir'isuu keessatti shoorri taphachaa jiru olaanaadha. Waarshaan Seeramiikii Giraandeer hojii dhabdummaa hir'isuun cinatti Itoophiyaan damee oomishaatiin guddina saffisaa galmeessaa jiraachuuf ragaa guddaadha!.

"Sirnakkoon faayinaansii garee Siinqee guutuu ta'ee ijaarameera!"PMNO Shimallis Abdiisaa๐’๐ˆ๐ˆ๐๐๐„๐„ ๐‹๐ˆ๐ˆ๐™๐ˆ๐ˆ: ๐‡๐ฎ๐ฆ๐ง๐š ๐…๐š๐š๐ฒ๐ข๐ง๐š๐š๐ง๐ฌ...
24/05/2026

"Sirnakkoon faayinaansii garee Siinqee guutuu ta'ee ijaarameera!"

PMNO Shimallis Abdiisaa

๐’๐ˆ๐ˆ๐๐๐„๐„ ๐‹๐ˆ๐ˆ๐™๐ˆ๐ˆ: ๐‡๐ฎ๐ฆ๐ง๐š ๐…๐š๐š๐ฒ๐ข๐ง๐š๐š๐ง๐ฌ๐ข๐ข ๐‚๐žโ€™๐ฎ๐ฆ๐ฌ๐š ๐ˆ๐ง๐๐š๐ฌ๐ญ๐ข๐ซ๐ข๐ข ๐Ž๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ฒ๐š๐š
Har'a Magaalaa Shaggar, Kutaa Magaalaa Galaanitti argamuun hundeeffama ๐—ฆ๐—œ๐—œ๐—ก๐—ค๐—˜๐—˜ ๐—Ÿ๐—œ๐—œ๐—ญ๐—œ๐—œfi asxaa haaraa dhaabbatichaa ifoomsineerra. Dabalataanis, meeshaalee kaappitaalaa murteessoo taโ€™an intarpiraayizoota xixiqqaafi giddugaleessaatiif dabarsinee kennineera.

Utaalchoon โ€œOromia Capital Goods Finance Business S.C.โ€ irraa gara Siinqee Liiziitti taasifame kun, kan maqaafi asxaa qofa osoo hintaane, jijjiirama tarsiimaโ€™aa dhaabbatichaati. Moggaasni maqaafi asxaa haaraan muldhataafi kaayyoo baldhaa, eenyummaa sabaa cimaafi ergama ๐—š๐—ฎ๐—ฟ๐—ฒ๐—ฒ ๐—ฆ๐—ถ๐—ถ๐—ป๐—พ๐—ฒ๐—ฒ waliin kallattiin kan walsimudha.

Ceโ€™umsi gara Siinqee Liiziitti taasifame kun, qaama riifoormii โ€˜๐—ข๐—ฟ๐—ผ๐—บ๐—ถ๐—ฎ ๐—ฆ๐—ผ๐˜ƒ๐—ฒ๐—ฟ๐—ฒ๐—ถ๐—ด๐—ป ๐—™๐˜‚๐—ป๐—ฑโ€™ dandeettii caasawaa horataalee mootummaa guddisuuf taasifameeti. Mootummaan Naannoo Oromiyaa adeemsa kanaan dhaabbilee faayinaansii kopha-kophaafi gargar turan hambisuun, sanyii faayinaansii qindaaโ€™aafi rudaa tokko uumuu dandaโ€™eera. Kanaaniis sirnakkoon faayinaansii ๐—š๐—ฎ๐—ฟ๐—ฒ๐—ฒ ๐—ฆ๐—ถ๐—ถ๐—ป๐—พ๐—ฒ๐—ฒ guutuu ta'e ijaarameera:
โ€ข ๐—•๐—ฎ๐—ฎ๐—ป๐—ธ๐—ถ๐—ถ ๐—ฆ๐—ถ๐—ถ๐—ป๐—พ๐—ฒ๐—ฒ ๐—ฆ.๐—–.
โ€ข ๐—ฆ๐—ถ๐—ถ๐—ป๐—พ๐—ฒ๐—ฒ ๐—Ÿ๐—ถ๐—ถ๐˜‡๐—ถ๐—ถ ๐—ฆ.๐—–.
โ€ข ๐—ฆ๐—ถ๐—ถ๐—ป๐—พ๐—ฒ๐—ฒ ๐—œ๐—ป๐˜€๐—ต๐˜‚๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ๐—ป๐˜€๐—ถ๐—ถ ๐—ฆ.๐—–.
โ€ข ๐—•๐—ฎ๐—ฎ๐—ป๐—ธ๐—ถ๐—ถ ๐—œ๐—ป๐˜ƒ๐—ฎ๐˜€๐˜๐—ถ๐—บ๐—ฎ๐—ป๐˜๐—ถ๐—ถ ๐—ฆ๐—ถ๐—ถ๐—ป๐—พ๐—ฒ๐—ฒ ๐—ฆ.๐—–.

Qindoominni kun amantaa ummanni dhaabbaticha irratti qabu daran kan cimsu, yaa'insa maallaqaa haqa qabeessa, sochii gabaa saffisaafi humna faayinaansii jabaa ijaaruuf kan nudandeessisuudha.

Galmi keenya tarsiimaโ€™aan, dinagdee naannoo keenyaa ๐˜€๐—ต๐—ฎ๐—บ๐—บ๐—ฎ๐˜๐˜‚๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ (consumption) irraa gara ๐—ฑ๐—ถ๐—ป๐—ฎ๐—ด๐—ฑ๐—ฒ๐—ฒ ๐—ผ๐—บ๐—ถ๐˜€๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ (production) ceesisuudha. Dargaggoonnifi intarpiraayizoonni keenya gaheen dinagdee keessatti qaban quucaree turuun isaa fedhiifi kutannoo hojii waan dhabaniif miti; sirni faayinaansii dhiyeessii meeshaalee kaappitaalaafi teknoolojii, gabb

 ๐—œ๐˜o๐—ผ๐—ฝ๐—ต๐—ถ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ ๐—š๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ ๐—•๐—ถ๐˜†๐˜†๐—ฎ ๐—™๐—ฎ๐—ธ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐˜‚๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ!_____Godina Harargee Bahaa Aanaa Makkanniisa Oromootti Deeggartoonni fi jaalatto...
24/05/2026


๐—œ๐˜o๐—ผ๐—ฝ๐—ต๐—ถ๐˜†๐—ฎ๐—ฎ ๐—š๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ ๐—•๐—ถ๐˜†๐˜†๐—ฎ ๐—™๐—ฎ๐—ธ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐˜‚๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ!
_____
Godina Harargee Bahaa Aanaa Makkanniisa Oromootti Deeggartoonni fi jaalattoonni Aanichaa filannoo biyyoolessaa marsaa 7ffaa biyya keenyaatti gaggeeffamuuf sagantaan duula na filadhaa Paartii Badhaadhinaa fi Eebba Piroojaktii Misooma gara garaa gaggeeffameera.

Sagantaa kanarratti Hogganaan Itti Aanaa Biroo Inveestimanti Oromiyaa Obbo fi Bulchaan Itti Aanaa Godinaa Obbo Mohammedin Kabirhussien Akkasumaas Bulchaan Aanichaa argamuun Injifannoowwan Barii jijjiramaa booda akka paartitti argame Waldura duubaan ibsaniiru.

Paartiin Badhaadhinaa Lammiilee Gidduutti Jaalalaa fi Obbolummaa Dhugaa Dagaagsuudhaan Biyya Sab-daneettii, Cimtuu fi fudhatamummaan ishee mirkanaa'e buโ€™uuressuudhaan Itoophiyaa fakkeenya taate ijaaruuf xiyyeeffannoon hojjechaa akka jiru ibsaniiru.

Paartiin badhaadhinaa Itiyoophiyaa badhaateefi tokkummaan sabdaneessummaa ishee mirkanaa'e jedhee amana.Ida'amani fedhii ummanni misoomuu,dimokiraasiidhan alatti dhugoomsuun hin danda'amu walqixxummaafi bilisummaaf gaafatu kan guutu badhaadhina waloo ta'e akka dhufu ajandaan dimokiraasii dhimma guddaadha.

Paartiin Badhaadhinaa gadadoofi hiyyummaa bu'uurarraa furuun Itoophiyaa fakkeenya badhaadhinaa taate ijaaruuf kutannoon hojjachaa jira.Paartiin Badhaadhinaa qormaatawwan biyya keessaafi alaa kamuu gara carraatti jijjiiruun rakkoolee gama dinagdee, siyaasaafi hawaasummaan turan furuun injifannoo roga maraan galmeessaa Itoophiyaa gara galma Badhaadhinaatti imalchiisaa jiraachuu eeraniiru.

Paartiin Badhaadhinaa Waggoottan jijjjiiramaa darbanitti Injifannoowwan gama hundaan Itoophiyaa keessatti galmaa'aan sadarkaa olaanatti ceesisuun biyya jabduufi birmadummaa ishee mirkaneeffatteefi kabajamtee ijaaruun hojiilee gurguddoo hojjachaa turuu himaniiru.

Paartiin keenya sirna diinagdee beekumsaan hogganamu ijaaruuf misooma humna namaatiif xiyyeeffannoo olaanaa kennuudhani. Waan ta'eef humna namaa dorg

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdii Ahmed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Abdii Ahmed:

Share