Ijoollee Badhaadhinna

Ijoollee Badhaadhinna Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ijoollee Badhaadhinna, Harar.

 Dargaggoonni Keenya Keessattu Miseensa Raayyaa ittisa Biyyaa keessati sirritti hirmaadhaa!Namuma humna waraanaa cimaa q...
28/05/2022


Dargaggoonni Keenya Keessattu Miseensa Raayyaa ittisa Biyyaa keessati sirritti hirmaadhaa!
Namuma humna waraanaa cimaa qabuutu Biyyaas qaba ofiis qaba.
Juntaa/TPLF bicuun sun kan isaan goobsee humnaa ol isaan hiixachise carraa biyyaa bulchuu argatanitti fayyadamanii humna waraanaa baayyee wan horataniifi. Garuu hin milkoofneef warri oromoo ofiin jedhan kan Oromoof qabsoofna jedhan ergamtoonni diinaa.. Akka oromoon baayyina isaa waliin guddatu hin fedhan. Fakkeessanii akka ati juuntaa jalatti 2ffaa gabroomtu barbaadu.
kun Dargaggoota keenyaaf galuu qaba!!!!!

30/05/2021
Dudhaa isa ganamaa !!"Ummaanni Oromoo hammataadha, saba hundaan kan waliin jiraatu,jalaala qabeessaafi Sabdanneessa yero...
07/03/2021

Dudhaa isa ganamaa !!
"Ummaanni Oromoo hammataadha, saba hundaan kan waliin jiraatu,
jalaala qabeessaafi Sabdanneessa yeroo jedhamu daldala siyaasaaf
osoo hintaane duudhasaaa Ganamaa waan ta’eef tokkummaa cimsuun
guddina biyyaa mirkaneessuun imala badhaadhinaa galmaan gahuuf
saba hojjetuudha."
Kaantibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee aadde Adanech Abiebie-

  caccabe ijaarree,duudhaalee gaggaarii qabnu sirnaanfayyadamnee; jaalalaa fi tokkummaan wal tumsinee biyya keenyaItooph...
04/03/2021

caccabe ijaarree,duudhaalee gaggaarii qabnu sirnaan
fayyadamnee; jaalalaa fi tokkummaan wal tumsinee biyya keenya
Itoophiyaa galma badhaadhinaa yaadneen ni geenya.

Address

Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ijoollee Badhaadhinna posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share