Aarif multimedia

Aarif multimedia الحمد لله على كل حال

Oduu gaddaa waan onnee nama cabsu😭  rahamataa haa godhuuf🖤🥲Mucattiin amma suuraa isii asii gaditti argitan tana magaalaa...
07/04/2026

Oduu gaddaa waan onnee nama cabsu😭
rahamataa haa godhuuf🖤🥲
Mucattiin amma suuraa isii asii gaditti argitan tana magaalaa sana'aa keessatti arabatu ajjeessee karaarratti darbee biraa deeme jedhanii mucattiin yeroo ammaa kana duutee jirti du'aayii godhaa fi reefffi mucatii Tana magaalaa sana'aa harka jira namni mucatii Tana beektan👆?ergaa kana Share godhaa maatii ishee biraan gayaa maatii fi firoottan isaanii Rabbiin jajjabina haa kennuuf💔🥹😥🙏 share godhaa wal biraan ga,aa

Ustaaza keenya Alhamdulillaah baga Rabbiin Balaa si Oolche Guyyaan Nagayaa hedduudha Rabbi ganaallee Sihaa Tiksu
05/04/2026

Ustaaza keenya Alhamdulillaah baga Rabbiin Balaa si Oolche Guyyaan Nagayaa hedduudha Rabbi ganaallee Sihaa Tiksu

😭إنا لله وإنا إليه راجعون 😭  G/H/B/Gaara Mullataa   Naannoo Lagaa Sani Darasummaaf Majlisa Keenya Daarul Hikmaatti   Bar...
04/04/2026

😭إنا لله وإنا إليه راجعون 😭
G/H/B/Gaara Mullataa Naannoo Lagaa Sani Darasummaaf Majlisa Keenya Daarul Hikmaatti Barachaa Turee Soomana Kana Boqonnaaf Karaa Malkaa Jabduu Ture
Amma Eega Soomanni Bahee Wacii(Sinqii) Waaniin Majlisattiin Deebi'uuniin Dalagadha Ja'ee Guyyaa Sadi Eega Dalagee😭 Osoo Eela Namaa Qotee Akkuma Eela keeysatti Dadhabeen Hafuura Fudhatuuf😭 Haada Qabatee Osoo Ol Bahaa Jiruu Yeroo Ol Bahuuf Waaxiqqo Hafutti Harki Hadoodee Haada Gad Lakkisee Eela Keeysatti Kufee Lubbuun Isaa Dabarte😭 Yeroon Dhagahu Hedduu Gaddee😭
Yaa Rabbiin Rahmata Siif Haa Godhu Waan Hojii tee hin tahiniitu si galaafate😭
Inshaa Allaah Awwaalchi Isaa Boru Iddoo ganda dhaloota isaatti gaggeeyfamaa😭Warri Fagoo Akka Ghaaib Salaattaniif Isiniin Jannaa
Maatii Isaatiifillee Jajjabina Hawwinaa🤲😭Rabbi Sabrii Bareedaa Haa akennuufi🤲😭
Umar Nama Darasaa Keeysaa Yeroo Kabajuufii Cimaa tahuun Haala bareedaa Qabaachuun beekkamu
😭🤲اللهم اغفر له وارحمه وعافه واعف عنه 😭😭
Sheikha keenya Sh/ Bayaan Karroo fi barattoota majliisa Daarul Hikmaa rabbiin isin haa jajjabeessu

27/03/2026

﷽*﴿ وَذَكِّرْ فَإِنَّ الذِّكْرَى تَنْفَعُ الْمُؤْمِنِينَ ﴾*- *«سُبْحَانَ اللهِ»*- *«الحَمْدُ للهِ»*- *«لَا إلَهَ إلَّا ا...
25/03/2026

﷽
*﴿ وَذَكِّرْ فَإِنَّ الذِّكْرَى تَنْفَعُ الْمُؤْمِنِينَ ﴾*
- *«سُبْحَانَ اللهِ»*
- *«الحَمْدُ للهِ»*
- *«لَا إلَهَ إلَّا اللهُ»*
- *«اللهُ أكْبَرُ»*
- *«سُبْحَانَ اللهِ وَبِحَمْدِهِ»*
- *«سُبْحَانَ اللهِ العَظِيمِ»*
- *«لَا حَوْلَ وَلَا قُوَّةَ إلَّا بِاللهِ»*
- *«أسْتَغْفِرُ اللهَ وَأتُوبُ إلَيْهِ»*
*- «لَا إلَهَ إلَّا أَنْتَ سُبْحَانَكَ إنِّي كُنْتُ مِنَ الظَّالِمِينَ»*

24/03/2026

﷽
*﴿ وَذَكِّرْ فَإِنَّ الذِّكْرَى تَنْفَعُ الْمُؤْمِنِينَ ﴾*
- *«سُبْحَانَ اللهِ»*
- *«الحَمْدُ للهِ»*
- *«لَا إلَهَ إلَّا اللهُ»*
- *«اللهُ أكْبَرُ»*
- *«سُبْحَانَ اللهِ وَبِحَمْدِهِ»*
- *«سُبْحَانَ اللهِ العَظِيمِ»*
- *«لَا حَوْلَ وَلَا قُوَّةَ إلَّا بِاللهِ»*
- *«أسْتَغْفِرُ اللهَ وَأتُوبُ إلَيْهِ»*
*- «لَا إلَهَ إلَّا أَنْتَ سُبْحَانَكَ إنِّي كُنْتُ مِنَ الظَّالِمِينَ»*

الحمد لله على كل حال

Harka islaamummaaf jecha dhiige 💪🔥
24/03/2026

Harka islaamummaaf jecha dhiige 💪🔥

Address

Nairobi, Kenya
Harar
294538

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Aarif multimedia posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share