07/06/2026
BEEKSISA
Barattoota Kutaa 6ffaafi 8ffaatiif
Bara 2018 Kabajamuu Qaban.
------------------
BBO- Caamsaa 30/2018 Barattootni Meeshaalee Qormaataaf Isaan Gargaaru /Heyyamameef /Qofa Qabatanii Buufata Qormaataatti Argamuu Akka Qabaniifi Meeshaalee Qormaataaf Hin Gargaarre/Dhoorkaa/ Ta'an Irraa Bilisa Ta'anii Argamuu Qabu.
Meeshaaleen Gara Buufata/Kutaa/ Qormaataa Akka Galan Heyyamaman:
Seeraa (Uniform) Mana Barnoota isaa,
Galmee/Admission Card/
/Irsaasii/ (Pencil)
kkf Guuttatanii Ganama Sa'aatii 1:00 Irratti Buufata Qormaataatti Argamuu Qabu.
.
Meeshaalee Gara Buufata Qormaataa Akka Dhufne Dhoorkaman Immoo:
, tableetii, kompitaraafi kkf
'aatii harkaa
Kamiyyuu,
(Eye Glass) Hakimiin hin heyyamane ,
Otuu Hin Uffatin Dhufuu,
walirraa garagalchuufi garagalchuu yaalun qormaatarraa haqsiisa,
, Meeshaalee Waraanaafi kkf qabatanii gara Buufata/Kutaa Qormaataa/ Seenuu ykn seenuu yaaluufi
gonkumaa Dhoorkaa ta'uu beeksifna.
Kanaafuu, Barataan Qormaata Fudhatu hunduu Xiyyeeffannoo Keessan Qrmaata Fudhattan Irratti Qofa Haata'u Jenna.
:
Kutaa 6ffaa :- Waxabajjii 08-09/2018 yoo ta'u,
Kutaa 8ffaa:- Waxabajjii 11-12/2018 ta'uun ni beekama.