Hegere Studio

Hegere Studio HEGEREE ARTII KEENYA FULLAASUUFI Teessoon Magaala BADDEESSAA

Gadhiifame kunoTelekekeJolleen baddeessa share godhaafi qajellootti
21/11/2021

Gadhiifame kuno
Telekeke
Jolleen baddeessa share godhaafi qajellootti

Welle haarawa Hegere studion tan dhiyaatteArt. Ruth Dejen Wallistuu qacalee amma lafaa ka'aa jirtu waan taateef bira dhabbachuun laazima tanaaf yaadaa fi koo...

Releasing Tommorrow local time 8:00 PMBoru guyya sa'ati 8:00 pm irratti EegadhaStay tuned
20/11/2021

Releasing Tommorrow local time 8:00 PM
Boru guyya sa'ati 8:00 pm irratti Eegadha
Stay tuned

Dhufaa jira clip haarawa Ruth Dejen kan hegere StudionQophaawe yero dhihootti nu eegaa
17/11/2021

Dhufaa jira clip haarawa Ruth Dejen kan hegere Studion
Qophaawe yero dhihootti nu eegaa

As promised here is the videoBefore download make sure you have seen full video on YouTubeKinoo akkuma waadaa seennee cl...
20/09/2021

As promised here is the video
Before download make sure you have seen full video on YouTube

Kinoo akkuma waadaa seennee clip haarawa gadhiifnee jirra osoo download hin godhin dura Video guutu laaluu kanke hin dagatin๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

Please read this before you download this video Mejemeriya mulu video eskialk dires view endikoter mayet alebachu because ehe video แ‹จแŠ” แ‰ขแŒค (แˆˆแˆ›แŠ),แ‹จแŠ แ‹•แˆแˆฎ แˆ…แˆ™แˆ›แŠ•(แŠฅแ‰ฅ...

Jallatamtoota Hegere Family taatan hundinu namni mana ofii taa'ee sagale waraabu barbaadu ykn sahiiba kankee kan haalaa ...
01/05/2021

Jallatamtoota Hegere Family taatan hundinu namni mana ofii taa'ee sagale waraabu barbaadu ykn sahiiba kankee kan haalaa mijaawaa barbaada jiruufis Hegere Studion haala salphaa taheen software ittiin waraabamu fi haala ittiin waraabamu wajjiin isiniif qopheesse jira tanaaf Telegrama channel Hegere Studio irratti waan maxxansee jiruuf linki armaan gadii kanaan senuun application buufachudhaan akkasumas haala itti fayyadamiinsa isaa walumaan arkattu tanaaf share waliif godha akkasumas telegramni Hegere Studio waan maxxansu akka isin hin dabarre join godhu hin dagatina

21/04/2021
18/04/2021

Warra Hegere Family taatan hundinu me arra galgala sati 6 irratti Hegere Gift Card tiqqoo takka waan qopheessineef gama IMO tin story irrati post goona achirrati carraa keessan yaala ๐ŸคŸ๐ŸคŸ

Hojiiwwan keenya kan gama nashiidatiin dalagaa turreefi kan dalagaa jirruudha
17/04/2021

Hojiiwwan keenya kan gama nashiidatiin dalagaa turreefi kan dalagaa jirruudha

Nashiidaanis maa nurraa hafti janneeti bar
15/04/2021

Nashiidaanis maa nurraa hafti janneeti bar

Laal Dhiirti tenya Eminem faadhaan dargoomti rap warra ethiopia kana dhiisii Bako A Shekissa u did it ๐Ÿ˜Ž๐Ÿ˜Ž share godhaafi ...
18/12/2020

Laal Dhiirti tenya Eminem faadhaan dargoomti rap warra ethiopia kana dhiisii
Bako A Shekissa u did it ๐Ÿ˜Ž๐Ÿ˜Ž share godhaafi boo tanbiraatu numa ariitani

new Single by M- Pako Shek-Issa- Check out this amazing music video exclusively available on Vision Entertainment's YouTube Channel . A Vibrant music video ...

Share fi subscribe godhuu hin Dagatina
11/12/2020

Share fi subscribe godhuu hin Dagatina

USMILA NAASIR JAALALTI TEE BAASA NABAAFTEE New Afaan Oromoo songs 2021 walle Afaan hindi irra kan hojjatameedha Mamiloota kenya jaallatamoo channel keenya ka...

Address

Badessa
Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hegere Studio posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category