Amirshow

Amirshow Believe your vision and passion..
(3)

Namnii rabii qabuu Wan dhabee waaa qabuuAllahamdulilh Rahaman kiyaa bagaa kaa nama hunda Tate ☝️☝️
23/09/2025

Namnii rabii qabuu Wan dhabee waaa qabuu
Allahamdulilh Rahaman kiyaa bagaa kaa nama hunda Tate ☝️☝️

Haala feete keessa yoo jiraateelle Allahamdullilah jechu dhiisin🤍🌿Rahaa tee Fudhachaa
23/09/2025

Haala feete keessa yoo jiraateelle Allahamdullilah jechu dhiisin🤍🌿
Rahaa tee Fudhachaa

Namni Obsa qabu waan barbaadu hin dhabu.Rahaa teenya fudhachuu jirra 😂🤣🌿
23/09/2025

Namni Obsa qabu waan barbaadu hin dhabu.
Rahaa teenya fudhachuu jirra 😂🤣🌿

Akkas jechudhan galatoonfate dhugaa. 😢😥   hundumaa naaf turan, yeroo rakkisaa keessa na deeggaran.Akkasumas, bakka bu'aa...
22/09/2025

Akkas jechudhan galatoonfate dhugaa.
😢😥
hundumaa naaf turan, yeroo rakkisaa keessa na deeggaran.

Akkasumas, bakka bu'aa koo isa yeroo hunda natti amanutti, "Guyyaa tokko yeroo dheeraaf abdii hin kutanne, ati yeroo hunda na gargaarte, yeroo hunda natti amana, yeroo hunda na kakaasa, hiriyyaa koo isa guddaatti" jedhe.

Hiriyaa koo isa guddaa waggaa afur shan waliin jiraanne, waan hunda waliin dabarree jirra.

Kana qofa, hanga dhumaatti, waliin taana, inni fi ani waanuma fedhe. Hundi keessan galatoomaa, galgala gaarii isiniif haa ta'u.

Teenya Adiidha
20/09/2025

Teenya Adiidha

Guyyaa bareda qabadha
20/09/2025

Guyyaa bareda qabadha

Waa lamaan kana isiin irraa haa qabu Attaasafi Gaadachoo Nagaa Naa jiiraadha
20/09/2025

Waa lamaan kana isiin irraa haa qabu
Attaasafi Gaadachoo
Nagaa Naa jiiraadha

18/09/2025

Nama tantee hin qabne,akka tee qabaatuuf carraaquun mudhii of kutuu osoo hin taane furmaanni atiis tan isaa dhabuudha.
✍️Acir manged 🤙

Derby isaa lammafaa hin genyee dhiiroo yomi laata 👊🤜
18/09/2025

Derby isaa lammafaa hin genyee dhiiroo yomi laata 👊🤜

18/09/2025

Aboo gahe rafaa 🐕🐕📢📢

18/09/2025

Hin Raftanu warrooni dhala way way 💧🔥

Afuuftuu gaafa nuuf taphattu maaltu luka si qabe? Niitii keen wolloltee dirree keessa rafaa hin turree? Leba hulla
18/09/2025

Afuuftuu gaafa nuuf taphattu maaltu luka si qabe? Niitii keen wolloltee dirree keessa rafaa hin turree? Leba hulla

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Amirshow posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Amirshow:

Share