Firomsa Ahmed.

Firomsa Ahmed. Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Firomsa Ahmed., Media/News Company, Bate, Harar.

Free Palestine
12/10/2023

Free Palestine

12/10/2023

❤️Allaahuma salli wasallim Alaa Nabiyyinaa muhammad❤️

ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨
ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨
ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨
ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨
ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨
ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨
ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨
ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨
ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨

🌺 ﷺ🌺

01/07/2023

Ergamaan rabbi irraa nu dhoowwe
Nabi Muhammad SAW..

1- Haala janaabdaa qabduun nyaachuu irraa, akkana jedhe ammas : inni hiyyummaa dhaala

2- Bitaan nyaachuu irraa ammas irkatanii nyaachuu irraa

3 - Qeensa ilkaaniin ifirraa ciruu/muruu irraa..

4 - Mana fincaanii keysattii fi yaroo fincaanutti jiran haasawuu irraa..

5- Bishaan kheysatti,fi muka firii qabu jalatti fincaanuu irraa..

6- Bishaan jilbiinfatanii dhuguu irraa akka beyladaati akkana jedhe ergamaan rabbi S A W harka keessaniin dhugaa isiin irra caalaa meeshaa keessaniiti..

7- Zahaba/fiddaa Keessatti dhuguu irraa ..

8- Nyaata afuufuu irraa yookaa bootaa sujuudaa afuufuu irraa..

9- Qabrii fi karaa fi bootaa gaalli itti hidhamuu fi ka'abaa gubbatti salaatuu irraa ..

10- Nama hamatuu irraa, nama nama hamatu dhaggeeyfachuurraa..

11- Qaama / owraa obboleessa muslima laaluu irraa akkana jedhe ergamaan rabbi S A W namni owraa obboleessa isaa ka muslima xiinxalee ilaale malaa'ikaa kuma torbaatamatu isa abaara..
12- Dubartiin owraa /qaama saalaa dubartii laaluu irraa..

13- Hayawaana ibiddaan gubuu irraa..

14- Kinniisa ajjeesuu irraa..

15- Fuula nama dhahuu ( rukutuu )irraa ..

16- Balfa ( qoshaashaa )mana keessa bulchuu irraa akkana jedhe ergamaan rabbi S A W mana keessan keessa hin bulchinaa balfa isiin teessuma sheyxaanaatii ..

17- Nama walitti diruurraa, nama nama walitti diru dhaggeeyfachuurraa..

18- Haasawa kijibaa haasawuurraa..

19- Guyyaa jum'aa haasahuu irraa..

20- Yeroo aduun olbaatu salaatuu irraa haga olfuudhamtutti likkii xiyyaa hoggaa isiin dhiitus.

21- Guyyaa jaha soomuu irraa, guyyaa fixrii, guyyaa shakkii , guyyaa gorraasaa , guyyaa ayyaamu attashriiq..
22- Miila tokkotti kophee uffatanii miila tokkoon qullaa deemuurraa..

23- Dubartiin janaazaa hordofuu irraa ..

25- Dubartiin if mimmiidhagsuu irraa jaarsa isiitiif malee..

24- Dubartiin sh*ttoo dibachuurraa..

25- Dubartiin mana isii irraa bahurraa hayyama jaarsa isii malee yoo baate malaa'ikaan samii keessa jirtu hundi ni abaarti wanni isiin bira dabritu hundi haga gara mana isii deebitutti ..

26- Dhala nyaachuurraa, dhala fudhachuurraa..

27- Gubboo nyachuurraa, gubboo nyaachisuurraa..

28- Wallee fi wallisaa dhaggeeyfachuurraa..

29- Suuraa kaasuu irraa akkana jedhe ergamaan rabbi S A W namni suuraa/fakkii kaase guyyaa qiyaamaa rabbiin isa ciinqa ruuhii itti afuufi jedheenii garuu itti afuufuu hin dandahu ...

30- Rabbitti qindeeysuu (sharraksiisuu) irraa

31- Rabbiin malee kakatuu irraa dhoowwe jira

Anaa fi isiniis nama waan dhagayetti fayyadamu RABBI nuhaa taasisu.

Beytaa maaliif dirqama sirratti taha share godhuun !?
sababaan namni ilmii diinii takka beekee isii nama hin barsiisin guyyaa qiyaamaa ni gaafatama
Akka sibiratti dhaabbatu hin taasisin namni keyrii irratti nama qajeelchu akkuma nama dalageeti.
Dubiisii Yoo gesiitee salwataa busii Nabiyyii irratti 💚صلی اللہ علیہ وسلم
...💚Jzk keyran ..🍃

ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨            ...
11/05/2023

ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨
ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨
ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨
ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨
ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨
ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨
ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨
ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨
ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨

🌺 ﷺ🌺
Sallallaahu alleyim wassallam
ሰለላሁ አለይሂ ወሰለም

《 GORSA 1FFAA 》《1》Namni hamaan milkaa'ina isaarra kufaatii nama biraatu isa gammachiisa. Kanaaf namoota akkasii irraa fa...
28/01/2023

《 GORSA 1FFAA 》

《1》Namni hamaan milkaa'ina isaarra kufaatii nama biraatu isa gammachiisa. Kanaaf namoota akkasii irraa fagaadhu!

《2》Waan of harkaa qabu kan hin beekne fi namni waa tokko illee hin qabne tokko dha. Kanaaf waan keessa kee jiruu fi hamma kee beeki! ati sooressa dha kan ormaa hin hawwin.

Halkaan jumaatatti           🌺🌺salawata ha hedduumesinu 🌺🌺ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨...
05/01/2023

Halkaan jumaatatti
🌺🌺salawata ha hedduumesinu 🌺🌺

ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨
ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨
ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨
ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨
ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨
ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨
ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨
ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨
ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨ﷺ✨

🌺 ﷺ🌺

Ustaz Raayyaa Abbaa Maccaa fi Ustaz Sufiyaan Usmaan Sirna Umuraah irratti Kantibaa Magaalaa Landan Saafiq Khaan waliin w...
30/12/2022

Ustaz Raayyaa Abbaa Maccaa fi Ustaz Sufiyaan Usmaan Sirna Umuraah irratti Kantibaa Magaalaa Landan Saafiq Khaan waliin wal arganii jiru

Ta Rabbin isaanira ha qebaalu

30/12/2022

Rabbii Muhammad (S.A.W) akkana jedhaan jannata keessa hoggaa
alla laalaan keessii isaa mullatu, ammaas hoggaa keessaa laalaan kan alli isaa mullatuutu jiraa jaan Sahaabaan Ergamaa Rabbii (S.A.W) Eenyuu fi bareedaan kuni qophaawe ? jechuudhaan gaafataan. Rabbii Muhammad (S.A.W) akkana jechuudhaan deebisaniif
1️⃣ nama dubbii (jecha) gaarii dubbatuuf.)
2️⃣ nama miskiina nyaachisuuf.)
3️⃣ nama halkan dhaabbatee Salaataa buluuf. jedhaan) Rabbiin warraa saniiraa nuhaa taasisuu
Yaa Rabbii warra Kheeyrii dalagatee guyyaa booruu itttin milķahuu nu taasiisi Yaa Rabbii Yaa Allah Yaa obboleyaan keenya me🤲Amiin ja'aa 🤲Amiiiiiiiiin Amiiiiiiiiin

22/10/2022

Waa shan dalaydu malee hin rafin

Guyyaa tokko Rasuulli SAW akkana jedhe
Yaa aliyyi waa shan dalaydu malee akka hin rafne
1. Qur'aana guututti qara'uu
2. Dirhama 400 sadaqatuu
3. Ka'abaa ziyaaruu
5. Nama waldhabe walitti araarsuu
Akkana je'e aliyyi akkamitti taha sun yaa ergamaa rabbii??

1. Yoo suuraa ikhlaas marraa sadi qaraate qur'aana guutuu isaa qaraatee jirta .
2. Yoo faatihaa marraa sadi qaraate dirhama 400 sadaqattee jirta .

3. Yoo Laa ilaaha illallaah wahdahuu Laa shariika lahuu lahul mulku walahul hamdu yuhyii wayumiitu wahuwa alaa kulli shey'in qadiir marraa kudhan jette ka'abaa ziyaartee jirta .
4. Yoo laa howla walaa quwwata illaa billaahil aliyyil aziim marraa kudhan jette bootaa kee qopheeffattee jirta jannata keessatti .

5. Yoo Astaghfurullaahil aziim allazii laa ilaaha illaa huwal hayyuul qayyuum wa'atuub ileyhi marraa kudhan jette nama waldhabe wolitii ararsiteta jedhanin

Yaa rabbi badii kenya nuuf araaramii nu sattarii yaa Aallh

Chanaali Muslima Dawah and Education

Address

Bate
Harar
57412358

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Firomsa Ahmed. posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Firomsa Ahmed.:

Share