Garuma Diribi Abebe

Garuma Diribi Abebe "Gaarummaan matuma ofiif(goodness is for your's)!!. NO PAIN NO GAIN! Uumaakoo❤❤❤
MOM ❤❤❤
DAD ❤❤❤
Oromummaakoo😍😍😍
Biyyakoo 😍😍😍

Studied at Haramaya University

05/12/2025

"qarshii 100,000 itti baasee Fuudhee,qarshiikoo moo qashtiikoo jedheen haammadhee bulaa?" jedhe gurbaan.

27/11/2025

"Manni Baankiiyyuu amala keessan waan beekaniif iskiriptootti kirrii hidhan"jedhe Urgeessaa Tuujjoo😁😁😁😁


Dhugaasaa jedhe.

Dargaggoo Jifaaraa Caalchisaa  IA Damee Sabqunnamtii fi Yaada Uummataa Godina Shawaa Lixaa ta'uun Muudame.Jifaaraan nama...
17/11/2025

Dargaggoo Jifaaraa Caalchisaa IA Damee Sabqunnamtii fi Yaada Uummataa Godina Shawaa Lixaa ta'uun Muudame.Jifaaraan nama huubataa akkasumas beekaa,nama galma isaa beeku akka ta'e itti dhiheenyaan Yuunversiitii Haramaayaattin beeka!
Bara Hojii Gaarii!

10/11/2025

Midakoo

09/10/2025

Waraabessaan nyaatamanii du'uu irra;waraabessa nyaatanii du'uu wayya!

baga ayyaana Irreechaa Hora Finfinnee kan bara 2018 nagaan oofkalle!Kan hora Harsadiis oofkalchi waaq😘!
04/10/2025

baga ayyaana Irreechaa Hora Finfinnee kan bara 2018 nagaan oofkalle!Kan hora Harsadiis oofkalchi waaq😘!

Lageen fi haroowwan itoophiyaa keessaa laga ykn hara Amanamaa(tamagn)jedhamuun kan beekamu eenyu?Sababa isaa faana kan d...
04/09/2025

Lageen fi haroowwan itoophiyaa keessaa laga ykn hara Amanamaa(tamagn)jedhamuun kan beekamu eenyu?

Sababa isaa faana kan deebise badhaasa kaardii qaba!

Aadaan ofii calaqqisistuu eenyummaa ofiiti!
03/09/2025

Aadaan ofii calaqqisistuu eenyummaa ofiiti!

Gammeen akkuma obboloota keenya dubaraatti qunni buqqifannaa irrattis akkasumas ashandaa irrattis hirmaatera.Alanammoo s...
30/08/2025

Gammeen akkuma obboloota keenya dubaraatti qunni buqqifannaa irrattis akkasumas ashandaa irrattis hirmaatera.Alanammoo shinooyyees ni sirba jedhen shakkaa jira.Hundaafuu baga itti cabsite 😃😃

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Garuma Diribi Abebe posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Garuma Diribi Abebe:

Share