Kadir Kaa

Kadir  Kaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Kadir Kaa, Digital creator, Kuwait City.

13/02/2026

With Jawar Mohammed – I just got recognized as one of their top fans!

13/02/2026
Ahmed Ibraahim Abdii Hassan Horoo====================================Gootichi Oromoo Ahmed  Ibraahim Abdii Hassan Horoo ...
07/02/2026

Ahmed Ibraahim Abdii Hassan Horoo
====================================

Gootichi Oromoo Ahmed Ibraahim Abdii Hassan Horoo Amuumaa Naannoo Haramaayaa bakka Hubata ja'amtutti dhalate. Alagaan garuu seenaa tana dabsuuf lafa tana Hubat jattee maqaa itti moggaafte. Hubata jechuun Afaan Oromoo qulqulluudha. Hubataa jechuudha.

San malees Imaam Ahmed Ibraahim Abdii Hassan Horoo ilma Garaadichaatiis kan ofii godhuuf qaadhimteeti asoosama sobaa hedduu barreeysite. Eenyummaa namaatii fi lafa nama maqaa dabsanii hatuun hin taatu. Seenaa qabaannaan tanuma ofii barreeyfachuudha.

Seenaa Ahmed Ibraahim Abdii Hassan Horoo tan ida'ataa gabaan isiniin ja'a. Ahmed Ibraahim Abdii Hassan Horoo ilma Garaadaati. Bara jireenya isaa Hawaasa Naannawa Hubataa biratti Ahmed Ibraahim Garaadoo jechuun beekkama. Maqaan kun Garaadummaa Abbaa isaarraa kan moggaafame tahuu isaati. Adeerri isaa Harbuu Ahmed Garaadoo ja'ama. Harbuu jechuun maqaa Mukaati.

Bara dur Maqaan Oromoo irra guddina maquma mukaatiin moggaafama. Ammallee numa jira. Haati Ahmed Ibraahim Garaadoo Shamsiyaa ja'amti. Gargaaraa waraanaa ture Umar Dambaraa ja'ama. Akka namni Seenaa tana lafa kaaye ja'utti Dambaara jechuun Daangaadha. Dambaara jecjuun Afaan Oromoo Oromoonni dur itti fayyadamaa turani.

Dhaabni Imaam Ahmed Ibraahim Garaadoo hundeeysee hogganaa turees Walsiimaa ja'ama. Walsiimaa jechuun walfudhachuu jechuudha. Barreeysaan kun Haadha Mana isaatiis hiikkaa wajjiin lafa kaahe. Akkuma hundi keenya beeynu Haati mana isaa Baatii Waanbaraa ja'amti.

Barreeysaan kun qorannoo gad-fagootiin seenaa tana barreeyse/lafa kaaye/ Haaluma kanaan Baatii Waanbiraa je'ee hiikkaa wajiin sirreeysee barreeyse. Kanaafiis Baatii jechuun ji'a, Waanbiraa jechuun haala gaariidha jechuudha je'eeti haala nama fudhachiisuu fi ragaa qabuun barreeyse.

Jemal Ahmediin
Ebla 14, 2025

16/01/2026

I'm on the weekly engagement list for Jemal Ahmed.

28/12/2025

“Milkaa’ina jireenya keessatti argachuuf fedhii fi jaalala hojii kee irratti qabdu itti fayyadamuu qabda.”

19/12/2025

With Birraa Jemal – I'm on a streak! I've been a top fan for 3 months in a row. 🎉

Hin geenyeen geessee jirti. Boru galgala (Saftii) sa’aa akkanaa, sa’aatii 3:00 tiktok Birraa Jemal irratti kitaabani HAN...
19/12/2025

Hin geenyeen geessee jirti.

Boru galgala (Saftii) sa’aa akkanaa, sa’aatii 3:00 tiktok Birraa Jemal irratti kitaabani HANGA KEE BEEKI ifatti ni eebbifama.
Oromoon fagoofii halaalaa afeeramtanii jirtanii koottaa na bareechaa.

📸 kedir Ka 🙏

Carcar lafaa seenaa ko yaa ililli rasan diroodha ja'ee artist mahammad shueyibi. haroon carcar ikoo turuzimi irratti akk...
19/12/2025

Carcar lafaa seenaa ko yaa ililli rasan diroodha ja'ee artist mahammad shueyibi.
haroon carcar ikoo turuzimi irratti akka galmoyituuf shoorri bulchitoota keenya olanaadha. ammas isaani walin nutis hanga dandenyuu ni dhiibnaa. MUE MAX jabaadhu bro kiyyaa. ati nama addaati.

Address

Kuwait City

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kadir Kaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share