Kadir Kaa Officials

Kadir  Kaa Officials Be honesty be truthfully men!

16/10/2025
16/10/2025
16/10/2025

Haramaya University Law Students Win National Climate Justice Essay Competition Haramaya University’s College of Law […]

16/10/2025
09/10/2025

Gatii kee ija namaa keessatti shallaguu jalqabde taanaan kuftee beeki,abjuu namaa jiraatta malee abjuu mataa keetii hinqabduu uf argadhu.

ila
Gareen nyaatama malee gareen hin yaadamuu beeki,abjuu ufii kophaa argaa bulan malee abjuu namaa wajji laalaa hin bulanii taajjabi.

Yooooo
Waa murteessuu baradhu,itti gaafatamummaa fudhadhu,yeroo tokko qofaaf adunyaa tanarra jiraattaa xiinxalli,ati suma malee sihiin biraa hin jiruu uf qusadhu.

Haloo
Fuudha barbaaddu fuudhi,heeruma barbaaddu heerumi,barachuu barbaaddu baradhu,hojjachuu barbaaddu gadi bahii hojjadhu malee,namni dhugdoo ufii dhugaa ati nama jala machaahuu, namni qama'aa ati mirqaanuun sirna mitii xiinxalli.

Yes
The future belongs to those who believe in the beauty of their dreams.”suf.

09/10/2025

With Abdisa Abdella Seid – I just got recognized as one of their top fans!

 Barattootni bara 2018 qorumsa biyyooleessaa kutaa 12ffaa qoramuuf deemtan hundi National ID malee galmaa'uu fi Qoramuun...
09/10/2025


Barattootni bara 2018 qorumsa biyyooleessaa kutaa 12ffaa qoramuuf deemtan hundi National ID malee galmaa'uu fi Qoramuun hin danda'u jedhameera waan taheef ammummara national ID baafachuu qabdu.

Address

Harar

Opening Hours

Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kadir Kaa Officials posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share