Ammar Ahmed Page

Ammar Ahmed Page Obsi Obsaan Dabarsi rabbiin warra obse wajjiin jiraa

15/07/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Ãbïréë Lëmã Dïéssä, Dambob Tufena Page, Kadir Hikam Abduraman, سليم نافع, Gemachu Wegari Negasa, Falmataa Birhaanuu Guddisaa, Shukrii Abdella, Kennoo Tokkicha Dhibbaa, Niimoo T Taas, Jamil Jamil, Abraahim Abdallaa, Seenaa Tarfaasaa, Mohammed Abbaa Ahamed, Nuuraddiin Mahammad, Qaasim Arsii Asaasa, Asraar Yas, Qiileensaa Baale, Toleraa Fedhasaa, Bortu Jiraf Obsine, Shelemu Kenea, Musxafa Amin, Kalid Nasir Jm, Seenaan Dhugaa Afoola, Mahmude Isa, Abdulaziz Awwol, Urjii Arsii Love, Usman Musa, Hassankamil Ibraahin, Amaan Diimaa, Rahis Kaliifa Kedir, Najiib Mahaammad, Ibrahim Bona Ibraahim, Miftahuddin Aliyi, Jamaal Abdaallaa, Kamoo Beghi, Abdalla Ibrahim abdullaa, Abdo Bayyaan, Muktaar Naasir, Atim Yasir, Oliiqaa Muhammed, Anowar Sanbato, Roba Gufu, Dida Liban, Amaddiin Taajuu, Xaahr Ibrahim, Tarabbi Tarabbi Calaa Calaa, Ibsaa Maammadoo, Abdo Jimma, Abdurahmaan Jamaal, Sefu Dagaa

12/07/2026
Aamiiiiiiiiiiiiiin Aamiiiiiiiiiiiiiin Aamiiiiiiiiiiiiiin Aamiiiiiiiiiiiiiin Aamiiiiiiiiiiiiiin Aamiiiiiiiiiiiiiin Aamiii...
12/07/2026

Aamiiiiiiiiiiiiiin Aamiiiiiiiiiiiiiin Aamiiiiiiiiiiiiiin Aamiiiiiiiiiiiiiin Aamiiiiiiiiiiiiiin Aamiiiiiiiiiiiiiin Aamiiiiiiiiiiiiiin

SALAWAATA HAA BUSNUU NABI MUHAMMAD IRRATTI SALLAALLAHU ALEYHI WASALLAM
12/07/2026

SALAWAATA HAA BUSNUU NABI MUHAMMAD IRRATTI SALLAALLAHU ALEYHI WASALLAM

Barattuu Seenaa Hidiris Umar jedhamti. Godina H/Bahaa Aanaa Gurawaa ganda Magaalaa Dooguutti dhalatte. Barattuu kutaa 12...
11/07/2026

Barattuu Seenaa Hidiris Umar jedhamti. Godina H/Bahaa Aanaa Gurawaa ganda Magaalaa Dooguutti dhalatte. Barattuu kutaa 12ffaa bara kana qormaata biyyooleessaa kutaa 12ffaa fudhattuudha. Deessee torbee 1tti qormaanni ishee gahe. Osoo qormaataaf har'a moo boruun deema jettuu abbaan ishee du'e rabbiin rahaamata haa godhuufii. Ergas booda yaadaan liqimfamte. Garuu waan nama ajaa'ibsiisurraa deessee torbaan 1tti, abbaan ishee du'ee guyyaa 2tti "Dhaamsa abbaa kiyyaa lafa hin kaa'u, baradhee xumuree dubartootaaf fakkeenya ta'uun qaba" jechuun kaleessa qormaata qoramuuf gara Yunivarsiitii Haroomaayaa seentee jirti. Isheen moggaan dhaabbattuus Adaadee taatiif. B/stuu Qamaraa Umar Alii jedhamti. Adaadaan ishee kabsitee qormaata isii akka qoramtu gootee gara University waliin galaniiru. Adaadaan garii Abbumaa fi haadha.

Abbaa keetiif rabbiin rahaamata haa godhu
Mucaa kee/tee maqaan Obsaa/Obsituu

Maddi Odeeffannoo Hoggansa MB Dooguu sad_2ffaa irraa.
Toltu Multimedia Production

11/07/2026

Wanni Cuftinuu Waan Isa Haquu Jiraa Waan Isa Dhiquu Jiraa Wanni Qalbii Dhiqu

11/07/2026

Gaaf Tokko Hasanul Basri Rahima hullaahu Ta'aala Gama Isaa Namni Tokko Dhufee Maal Ja'aan

11/07/2026

Gabrichi Dilii Takka Dalaynaan Qalbii Keessa Tuqaa Gurraatti Tuqamaa

11/07/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Ãbïréë Lëmã Dïéssä, Dambob Tufena Page, Kadir Hikam Abduraman, سليم نافع, Gemachu Wegari Negasa, Falmataa Birhaanuu Guddisaa, Shukrii Abdella, Kennoo Tokkicha Dhibbaa, Niimoo T Taas, Jamil Jamil, Abraahim Abdallaa, Seenaa Tarfaasaa, Mohammed Abbaa Ahamed, Nuuraddiin Mahammad, Qaasim Arsii Asaasa, Asraar Yas, Qiileensaa Baale, Toleraa Fedhasaa, Bortu Jiraf Obsine, Shelemu Kenea, Musxafa Amin, Kalid Nasir Jm, Seenaan Dhugaa Afoola, Mahmude Isa, Abdulaziz Awwol, Urjii Arsii Love, Usman Musa, Abdurrahman Qabatoo, Hassankamil Ibraahin, Amaan Diimaa, Rahis Kaliifa Kedir, Najiib Mahaammad, Ibrahim Bona Ibraahim, Miftahuddin Aliyi, Jamaal Abdaallaa, Kamoo Beghi, Abdalla Ibrahim abdullaa, Abdo Bayyaan, Muktaar Naasir, Atim Yasir, Oliiqaa Muhammed, Anowar Sanbato, Roba Gufu, Dida Liban, Amaddiin Taajuu, Xaahr Ibrahim, Tarabbi Tarabbi Calaa Calaa, Ibsaa Maammadoo, Abdo Jimma, Abdurahmaan Jamaal

10/07/2026

Waan 3 Namni Isa Keessatti Argame Mi'aa Iimaanati Argaa

Address

Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ammar Ahmed Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share