11/09/2025
Sahaabonni rassuula aleyhi salaatuhi wasalaamuhu
Isaanif hawwu turan adunyaa fi akhirattilee isaan walin tahu
Akkuma muslim odeessatti
Rabii'atu ibnu ka'ab al aslamiyyi ergamaa rabbiitif bishaan woduu'a yeroo dhiheysaniif ergamaan rabbi sallallaahu aleyhi wassalam nagaafadhu jedhaniin inninis jannatatti sahiba keessan tahun sigaafadha jedhanii ergamaan rabbiitis kana male kan bira jedhanin inninis kanuma jedhanin
Ergamaan rabbiis hayyee suujuudi heddummeysun nagargaari jedhanin