Qeeroo Badhaadhiinaa Baha Oromiyaa

Qeeroo Badhaadhiinaa Baha Oromiyaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Qeeroo Badhaadhiinaa Baha Oromiyaa, Digital creator, Harargee lixaa Bookee, Harar.

20/05/2024

Dr Abiy Kitaaba Fulbaana Hamma Fulbaana jedhuun dhuufe jiraa
Wel Comee
Piremester Keenya.

Bakka sosochiin hojii jiruu waa Shan hin dhaban:1.Komatamuu 2.Hamatamuu3.Qeeqamuu  4.Farfamuu 5.Galateeffatamuu .
20/05/2024

Bakka sosochiin hojii jiruu waa Shan hin dhaban:
1.Komatamuu 2.Hamatamuu
3.Qeeqamuu 4.Farfamuu 5.Galateeffatamuu .

09/05/2024
Barsiisa abbaa beekumsaSeena keetu waa'ee kee oddeessaEenyuutu dhugaa kee dhooksaSobaan sii fooyyeessaniiMidiyaa irraa o...
12/12/2023

Barsiisa abbaa beekumsa
Seena keetu waa'ee kee oddeessa
Eenyuutu dhugaa kee dhooksa
Sobaan sii fooyyeessanii
Midiyaa irraa oddeessanii
Soban jireenya kee foyyeessanii
Ofii biyya saamaanii
Soban mana siif ijaaranii
Soban geejjibaa sii qopheessanii
Ofii badhaadhanii
Waa'ee keettii oddeessanii
Hundinuu waan faacasan ni muratanii.

Address

Harargee Lixaa Bookee
Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qeeroo Badhaadhiinaa Baha Oromiyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share