Mus'ab Ibrahim

Mus'ab Ibrahim السَّـــــلاَم عَلَيــْـــــكُم وَرَحْمَــــــةُاللهِ وَبَرَكـَــــــاتُه❣
Wellcome to my professional page

Hojiilee Akkanaa Barbaannaan Nu Dubbisaa
09/07/2025

Hojiilee Akkanaa Barbaannaan Nu Dubbisaa

😁😁😁
01/07/2025

😁😁😁

Oduu: Biiroon Barnoota Naannichaa dhimma qormaata kutaa 8ffaa 'amantii   xureesse' jedherratti dhiifama gaafateNaannoo G...
21/06/2025

Oduu: Biiroon Barnoota Naannichaa dhimma qormaata kutaa 8ffaa 'amantii xureesse' jedherratti dhiifama gaafate

Naannoo Giddugaleessaa Itoophiyaatti qormaata naannoo kutaa 8ffaa tibbana laatameen qormaata barnoota saayinsii hawaasaa keessaa gaaffiin tokko hordoftoota amantii Islaamaa dheekkamse irratti biiroon barnoota naannichaa dhiifama gaafateera.

Qormaata saayinsii hawaasaa keessatti gaaffiin 17ffaa "amantii islaamummaa kan xureessu" ta'uu hordoftoonni amantichaa karaa adda addaan komii dhiyeessaa turaniiru.

Biiroon Barnoota Naannoo Giddugaleessaa Itoophiyaa dhimma kana ilaalchisee ibsa kaleessa Waxabajjii 11 baaseen, biirichi komii dhiyaate qorateefi qulqulleessee komii sirrii akka ta'e mirkaneessuu ibseera.

Haaluma kanaan biirichi "dogoggora uumameef ifatti dhiifama akka gaafatu" ibseera. Kana malees qopheessitoota qormaatichaa dogoggora kana raawwatan irratti "tarkaanfii barbaachisu" akka fudhate ibse. Haata'u malee tarkaanfiin fudhatame maal akka ta'e ifatti hin ibsine.

Dabalataan qormaata naannoo kutaa 8ffaa barnoota saayinsii hawaasaa gaaffii 17ffaa ifatti haqamuu beeksise.

Dhumarratti biirichi fuulduratti dogoggora walfakkaataa akka hin uumamneef cimsee kan hojjetu ta'uu ibseera.

Ethiopia 🇪🇹
20/06/2025

Ethiopia 🇪🇹

20/06/2025

Address

Harar

Telephone

+251938810233

Website

http://tiktok.com/@ibnu_ibraahim

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mus'ab Ibrahim posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mus'ab Ibrahim:

Share