
28/07/2025
Aanaa Kombolchaatti Gamaaggamni raawwii hojii torbaanii qoratame.
================================
Adooleessa 21-11-2017 - Godina Harargee Bahaa Aanaa kombolchaatti Gamaaggamni Raawwii Hojii misoomaa Torbaani Seektarootaa Bakka I/G/Waajjira Bulchiinsaa Kabajamoo Obbo jiranitti gaggeeffamee jira.
Gamaaggama kanaaniis Raawwii hojii walii galaa manneen hojii mootummaa Aanichaa torbee kana keessatti raawwataman irratti xiyyeeffachuun karooraa fi raawwii hojii isaanii bakka hoggansaa fi kommaandi poostiin misoomaa hundi jiranitti qoratamuun hanqinaa fi cimina jiru adda baasuun kallattiin itti aanuu kennamee jira.