Hamza Mohammed.

Hamza Mohammed. Agricultural International

26/08/2025

I got over 10 reactions on one of my posts last week! Thanks everyone for your support! 🎉

26/08/2025
26/08/2025
"Mootummaan Naannoo Oromiyaa  Ergamoota Sadi Milkeessuuf Hojjachaa jira! Obbo Shimelis Abdisa :- PMNO1,Hiyyummaa Injifac...
26/08/2025

"Mootummaan Naannoo Oromiyaa Ergamoota Sadi Milkeessuuf Hojjachaa jira! Obbo Shimelis Abdisa :- PMNO

1,Hiyyummaa Injifachuun uummata dinagdeen gahoomsuufi dinagdee cimaa ijaaruudha.

2, Duubatti Hafummaa fi Doofummaa balleessuun uummata keenya barnootaafi teeknoloojiidhan ijaaruudha

3, Sirna Cimaa Sadarkaa Hundatti Ijaaruudha.

  Gargaaramtummaarraa gara oomishtummaatti=========///===========Godina Harargee Bahaa Aanaa Kombolchaa Ganda Qeerransaa...
26/08/2025


Gargaaramtummaarraa gara oomishtummaatti
=========///===========
Godina Harargee Bahaa Aanaa Kombolchaa Ganda Qeerransaa keessatti kilaastara misooma dinnichaa haala gaarii irratti argama. Oomisha keenya guddisuun qalaa'insa jireenya akka xiqqaatuuf oomisha bonaa fi gannaa oomishuun hiyyumma seenaa gochuuf hojjatama jira.

26/08/2025
Ijaarsa Gandaa ; Tajaajila Si’ataaf!Nageenya Waareessun; Misooma Arifachiisuf!_________Gurmaa'insi caasaa Gandaa bifa ha...
26/08/2025

Ijaarsa Gandaa ; Tajaajila Si’ataaf!
Nageenya Waareessun; Misooma Arifachiisuf!
_________
Gurmaa'insi caasaa Gandaa bifa haaraan gaggeeffame fayyadamummaa uummataa giddu galeessa kan godhateedha.Gurmaa'insi haaraan sadarkaa gandaatti taasifame dheebuu misoomaa,bulchiinsa gaarii fi rakkoo kenna tajaajilaa hawaasni qabu kan furuu fi uummata itti dhiyeenyan tajaajiluun gaaffii barootaa deebisuu keessatti qooda olaanaa qaba.Gurmaa’insi caasaa gandaa, kenninsa tajaajilaa fooyyessun misoomaa fi nageenya qabatamaan mirkaneessaa jira.

Haaluma kanaan Hogganaan Waajjira Paartii Badhaadhiina Damee Oromiyaa Obbo Kefyalew Kefyalew Tefera Harargee Bahaa Bulchinsa Gandoota Aanaa Goroo Guutuu Sochilee Gurmaa'insa Gandaatiin hojjataman Daawwattaniiru.

Address

Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hamza Mohammed. posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Hamza Mohammed.:

Share