Jamal Ahamed

Jamal Ahamed I am a slow walker, but I never walk back!!!

19/03/2025

JARA KHEENYA SOOMANNII WAA HIN TURREE DHEENGADDUMA BAGA JI'A RAMADAANA GEEYSAN WALIIN JANNAA ARRAANTANA KUNOO 19FFAARRA JIRRA WARRA IRRAA QEEBALAME NUHAA GODHU. JAJJABAADHA 10NAN BOODAA KANA KEEYSA.

Wow! an amazing Soil & water conservation works 2017 in East Hararghe zone  Bedeno district.
16/03/2025

Wow! an amazing Soil & water conservation works 2017 in East Hararghe zone Bedeno district.

09/03/2025

Obboleyyan ko du'aayiin isin 10 Duraa khana kheeysa khadhattan hundi isii dacha Dachaan Rahamaan ni dandayaa isiniif haa qeebalu.

Mee wahumaafiin ja'a Waliif qoodaa seenaa sooreysa irraa waa Hubadhaa.
02/03/2025

Mee wahumaafiin ja'a Waliif qoodaa seenaa sooreysa irraa waa Hubadhaa.

Waa'ee Sooreessa Jaarraa Abbaa Gadaa kana beektuu?

👉Maqaan Isaa Guutuun Abdukariim Ibraahim Haamid Ibroo Shaxaa ja'ama.
👉 Abbaa Isaa, Akaakuu fi Abaabuun Isaatiis Qabsoo Oromoo irratti wareegaman

👉 Jaarraa Abbaa Gadaa Nama Jalqaba Gamtaa Barattoota Oromoo Hundeeyse.
👉 Nama Jalqaba Afaan Oromootiin Sinimaa Agarsiise ( Harar A.L.H. Bara 1954)
👉 Nama Jalqaba Qeerroo Ganamaa Hundeesse.

👉Nama Jalqaba ABO hundeeyse.
👉 Nama Jalqaba qabsoon Oromoo Qunnamtii Alaa akka qabaattu taasise.
👉Nama Jalqaba Qabsa'oonni Oromoo Biyyaan Ala deemanii leenjii Waraanaa akka argatan taasise.

👉Nama Jalqaba Duguuggaa Waraanni Itoophiyaa Oromoota Baalee irratti taasisu Kaameraan Waraabee Addunyaatti agarsiise.
👉 nama Jalqaba Qabsoon Oromoo Waajjira Muummee (Moqaadishoo) Faajjii Qaabsoo, Faaruu fi loltuu Idilee akka qabaattu taasise.

👉 Nama Jalqaba Odaan mallattoo ykn Faajjii Oromoo tahuun maxxansa kamuu irratti akka tajaajilu taasise.

Waa'een Sooreessa Jaarraa Abbaa Gadaa himamee hin dhumu. Seenaan isaatiis Awwaalamee hin hafu.

Waa'ee Sooreessa Jaarraa Abbaa Gadaa kana beektuu?👉Maqaan Isaa Guutuun Abdukariim Ibraahim Haamid Ibroo Shaxaa ja'ama.👉 ...
02/03/2025

Waa'ee Sooreessa Jaarraa Abbaa Gadaa kana beektuu?

👉Maqaan Isaa Guutuun Abdukariim Ibraahim Haamid Ibroo Shaxaa ja'ama.
👉 Abbaa Isaa, Akaakuu fi Abaabuun Isaatiis Qabsoo Oromoo irratti wareegaman

👉 Jaarraa Abbaa Gadaa Nama Jalqaba Gamtaa Barattoota Oromoo Hundeeyse.
👉 Nama Jalqaba Afaan Oromootiin Sinimaa Agarsiise ( Harar A.L.H. Bara 1954)
👉 Nama Jalqaba Qeerroo Ganamaa Hundeesse.

👉Nama Jalqaba ABO hundeeyse.
👉 Nama Jalqaba qabsoon Oromoo Qunnamtii Alaa akka qabaattu taasise.
👉Nama Jalqaba Qabsa'oonni Oromoo Biyyaan Ala deemanii leenjii Waraanaa akka argatan taasise.

👉Nama Jalqaba Duguuggaa Waraanni Itoophiyaa Oromoota Baalee irratti taasisu Kaameraan Waraabee Addunyaatti agarsiise.
👉 nama Jalqaba Qabsoon Oromoo Waajjira Muummee (Moqaadishoo) Faajjii Qaabsoo, Faaruu fi loltuu Idilee akka qabaattu taasise.

👉 Nama Jalqaba Odaan mallattoo ykn Faajjii Oromoo tahuun maxxansa kamuu irratti akka tajaajilu taasise.

Waa'een Sooreessa Jaarraa Abbaa Gadaa himamee hin dhumu. Seenaan isaatiis Awwaalamee hin hafu.

With Aanaa Mahammad – I just made it onto their weekly engagement list by being one of their top engagers! ❤️‍🔥❤️‍🔥Ramad...
28/02/2025

With Aanaa Mahammad – I just made it onto their weekly engagement list by being one of their top engagers! ❤️‍🔥❤️‍🔥
Ramadaan Mubaarak.

Galatoomi Kitaaba Seenaa Dr Muhammad Rashaad Abdullee ofiif barreessanii osoo hin maxxansin biraa dabre kan ilmi isaanii...
20/02/2025

Galatoomi

Kitaaba Seenaa Dr Muhammad Rashaad Abdullee ofiif barreessanii osoo hin maxxansin biraa dabre kan ilmi isaanii Khalid Rashad nama maxxansuuf dhabee itti rakkachaa ture dhageenyaan sooreessi Sabaa Yadeta Juneydi baasii maxxansaa guutuu uwwisuun kunoo kitaabichi eebbaaf qophaawe.

Yaadataan Faawundeeshiniin Dr Muhammad Rashaad Leegaasii isaanii akka galmaan gayuuf gamoo Brighton magaalaa Adaamaa irraa kutaa waajjiraaf tahu kaffaltii malee akka fayyadaman taasisee jira.

Galata guddaatu malaan.


.

 : Hilton signs deal with Brighton Hotels to open DoubleTree hotels in  ,  Hilton has signed an agreement with Brighton ...
20/02/2025

: Hilton signs deal with Brighton Hotels to open DoubleTree hotels in ,

Hilton has signed an agreement with Brighton Hotels and Business Plc. to open two DoubleTree by Hilton hotels in Adama and Dire Dawa, which it described as “the first internationally branded hotels” in the cities. The hotels, expected to open in 2028, are part of Hilton’s broader expansion plan in Ethiopia, where it currently operates Hilton Addis Abeba and plans to open DoubleTree by Hilton Addis Abeba Airport.

Carlos Khneisser, Hilton’s vice president of development for the Middle East and Africa, said the company was “thrilled to partner with Brighton Hotels and Business Plc.” to establish the hotels, which would “complement” Hilton’s existing and upcoming properties. Yadeta Bekri, founder of Brighton Hotels, said they were “delighted to be working with Hilton” to introduce an international brand to Adama and Dire Dawa, adding that both hotels would “offer spacious accommodation, modern amenities, and elevated food and drink options.

Dahannoon humna galaanaa (Naval force base) Itoophiyaa bara 1990 G.C yeroo Shaabiyaan rukutamu, humna namaa 11,500 fi do...
20/02/2025

Dahannoon humna galaanaa (Naval force base) Itoophiyaa bara 1990 G.C yeroo Shaabiyaan rukutamu, humna namaa 11,500 fi dooniwwan 81 qaba ture, jedha seenaan. Humni sun jalqaba Mitsuwwaafi Daahlaak irraa, bara 1991 immoo Asmaraan to'annoo jaraa jala galtee Asab irraas bittinnaa'ee Yaman, Sa'ud Arabiyaafi Jibuutiitti yoo dabarfamu, boodarra yoo bittinnaa'u; miseensonni humna galaanaa gaabbiidhaan,
"የባህር ኃይላችን መልህቅ የጣለባት
የጠቅል አሽከሮች በፓሪስ በኒዮርክ የተሟገቱለት
የአሉላ ፈረሶች ውሃ የጠጡበት
የኢትዮጲያ ወጣቶች ዋና የዋኙበት
የት አለ ባህሩ በደም የማልንበት።" jedhan.
Humni kun bara 1955 kan hundaa'eefi hanga bara 1996 tti kan ture yoo ta'u, Mitsuwwaa, Dahlak fi Asab irraa ka'uun hanga Meditaraniyaatti, darbees hanga garba guddaa Hindiitti deemee sochii taasisaa ture. Wayyaaneen akkuma dhufteen daddaffiin birmadummaa Ertiraa eeyyamteen, dahannoon humna galaanaa yeroof Yaman fiJibuutii tureera. Inumaayyuu liiziidhaan Ertiraan lafa akka kennituuf gaaffii dhiyeessaa turan, kennanii kadhachuu😥
Boodarra bara 1996 mootummaan humni galaanaa Itoophiyaa akka bittinnaa'u murteessuun, humni namaafi qabeenya san guutuun badeera. Miseensonni sun gaafa waan waraana sanaa haasa'an gaabbiin quba of nyaatu. Badii Wayyaaneen biyyaafi uummata keenyarratti goote keessaa inni hamaan murtee dhimma galaana Diimaati😌
Dhimmi galaana diimaa waggoota 20'f galmeensaa cufamee, namni waa'eesaa dubbateyyuu akka yakkamaatti ilaalama. Ammoo waa'ee kanaa dubbachuun waraana labsuu miti. Waraanas yoo ta'e, humni waggoottan 6 darbe biyya keessatti qisaasa'e, lubbuufi qabeenyi dhumate, odoo galaana Diimaaf lolee garaa naman nyaatu. Maqaafis dantaa biyyaafis waan guddaa ture. Ammoo, birmadummaafi dantaa biyyoolessaaf yoo hin lolle, maaliif loluu? Lolanis maal abbaashii!....Eeyyee...Maal abbaashii👋
Biyti dantaa ishii kadhannaafi sagadaan eegsifatte inuma hin jirre. Isra'el ishii, "waaqni ishee eegu hin rafu,"jedhaniyyuu waraanaa biyya zeeroo irraa kaatee ijaarratte👐
Maayiirratti, dhimmi galaana diimaa nu ilaallata jechuun, dirqama. Dhimma jiraachuufi

Dr.Sheikh Muhammad Rashad Abdulle ============================== Dr_Sheikh_MuhammadRashad_Abdulle, a noted Oromo scholar...
20/02/2025

Dr.Sheikh Muhammad Rashad Abdulle
==============================
Dr_Sheikh_MuhammadRashad_Abdulle, a noted Oromo scholar, expert in Oromo and Somali languages and researcher died on May 25, 2013 in the city of Dire Dawa, Ethiopia.
He was 79. He has been battling an undisclosed illness for sometime.
Sheikh Muhammad Rashad, who translated the holy Quran to Afan Oromo, was mostly known for his captivating narration and translation of Quran and Hadith from Arabic
to Oromo.
Born in 1934 to Oromo parents in near Jarjare village, Sheik Muhammad Rashad studied in , according to his autobiography published online.
His father, Kabir Abdulle Kabir Mummaya Umar Jarra Jiloo Dirba Aleloo Mayyuu Limmoo was a farmer and Imam, according to the short biography.
After studying Quran at a local madrasa, the only son of 6 siblings, the young Rashad went to Hirna, Fadis, and Harar towns for further studies.
Frustrated by mistreatment of Oromo people by feudal landlords and determined to make the Hajj pilgrimage, Dr. Rashad left Harar in 1951 for Mecca through Jijiga and Zeyla arriving overnight on foot in Djibouti. Which was then a French protectorate. Along with four others, Dr. Rashad was then smuggled across to Yemen nearly escaping death when the owner of a boat they contracted dropped them off near a shore because they didn’t have a proper passport. After three months of treacherous walk across Arabian Desert barefoot, at times
without food, Dr. Rashad reached his destination in Mecca with his nephew Ismail Ali later that year. In 1952, after a brief stint working as a daily laborer in Medina, making the Hajj, and visiting prophet Muhammad’s grave.
Dr. Rashad went to Oman, Jordan to study the Quran. Upon visiting , one of the most sacred sites in Islam.
Dr. Rashad wrote about praying to Allah to grant him knowledge so that some day he could help spread Islamic teachings to his
homeland.
From Oman he walked to Damascus, Syria where

17/02/2025

GAARA MULLATAA KEEYSA MAGAALAÀN TUN EEYSA?

Address

Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jamal Ahamed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share