Jemal Abdi

Jemal Abdi Allahamdulillah

Breaking: Waraanni Chiichiiniyaa can Ukraine keeysa jiran Iraan dhaaquf ajaja Pireezdaantii Russia πŸ‡·πŸ‡Ί akka eegachaa jira...
31/03/2026

Breaking: Waraanni Chiichiiniyaa can Ukraine keeysa jiran Iraan dhaaquf ajaja Pireezdaantii Russia πŸ‡·πŸ‡Ί akka eegachaa jiran ibsan.

May Allah Enrich You, And May Allah Put You In The Face Of No One But His Face
31/03/2026

May Allah Enrich You, And May Allah Put You In The Face Of No One But His Face

Breaking News!!Biyyi Xaaliyaan nuti US akka buufata doonii keenyaa fi Dirree Xiyyaara keenya fayyadamtee Iraan haleeltu ...
31/03/2026

Breaking News!!

Biyyi Xaaliyaan nuti US akka buufata doonii keenyaa fi Dirree Xiyyaara keenya fayyadamtee Iraan haleeltu hin hayyamnu jatte...😎 Akkasumaas biyyi Xaaliyaan nuti wraana amma baha giddugaleessa keessatti deemaa jiru irratti kallattii fi Al kallattiin hin hirmaannu jatte...πŸ™‚ Ab Trump erga kana dhagahan booda UK dabalatee biyyoota miseensa NATO hunda taajjabbiin ilaalaa jirra jadhaniiru...πŸ˜ƒ Biyyoonni hundi dammaqanii jiru... biyyoonni hundi lola tokko seenuu dura faaydaa biyya isaaniif qaba moo miidhaa isaatu guddaadha jachuun ilaalaa deemaa jiru Ab Trump fi Yakkamaa waraanaa Beeniyaamin Netaaniyaahuun kophaa hafaa jiru...πŸ™Œ πŸ€·β€β™‚οΈ

31/03/2026

Address

Harar City
Harar
3200

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jemal Abdi posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share