Mu'az nuur

Mu'az nuur booda baldhinatu jira
rabbi S / W
naafi sifis obsa nuuf hakennu rabbiin 🙏🇮🇶

22/06/2026


tana dhabne ga nutis sheka

19/06/2026

Asrii guyya jum'aa
jirraa bilbilli arshii Rahaman irra siif haa bilbilamu

17/06/2026

Galgala Arraa Arshii Rahmaan irraa Message📩 Gammachuu siif haa Seentu 🤲 Hamtuu Teessan Hunda toltutti Isiniif Haa jijjiiru
Waan dhooysitanii balleessitan Rabbi Isiniif haa araaramu
Eeybii Teessan hunda rabbi Isin haa sattaru
Yaadaa fii Muraada Keessan Hunda rabbi isiniif haa guutu
Addunyatti Jiruu Gaarii Aakhiratti Jannataan Isin Haa Badhaasu

Kan hin fuudhin rabbi jaartii gaarii Haa kennuuf
Tan Hin Heerumin Rabbiin jaarsa gaarii Isiif haa kennu
Warra ilmoo dhabe ilmaaniin isaan Haa Gammachiisu
Warra dhale ilmaan isaanii rabbi Haa Qaceelchuuf
Haadhaaf abbaa Keenya rabbi Umrii isaan Haa Dheereessu
Warra du’e hunda rabbi Rahmata haa godhuuf
Jannata isaatiin Rabbi isaan Haa gammachiisu

Rabbi waan Isa kadhanne Hunda Nuuf Haa qeebalu
Tan Nuti irrisne Rabbi itti nuuf haa guutu
Du'aa'ii tana Akkuma Aamiin jatteen obboleeyyan keetiif Share godhi Rabbi Ammumatti nuuf haa qeebalu Aamiin Aamiin Aamiin Aamiin

17/06/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Ahmed Carcar, Aminu Tayyee, Mascuud Xasan, Zanah Buze

14/06/2026

waan yaadde
itti gahuuf teessa
obsaan eegi inshaa allah

12/06/2026
12/06/2026



Address

Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mu'az nuur posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share