Baha Biiftuu

Baha Biiftuu Celebrate differentiation

  🤪🤪🤪🤪🤪🤪🤪🤪Waan dhugaarraa fagaate, soba adii sii fi garee tee saaxile, kan kaayyoo fi adeemsa kee ummata biratti fudhata...
25/10/2025

🤪🤪🤪🤪🤪🤪🤪🤪

Waan dhugaarraa fagaate, soba adii sii fi garee tee saaxile, kan kaayyoo fi adeemsa kee ummata biratti fudhatama dhabsiise.
You are following with unacceptable agenda.
Nama ajandaa maleessaa. Dirree at irra taphachaa jirtu kana biyyaa fi ummanni keenyaas irraa fagaate jira. Nama mormii keessaa biddeena qabu. Akka warra sanduuqa reeffa gurgurutti nama du'u kan hawwu. Dhiisi ofirraa siif hin milkaa'uu naggada kaasaa oromoon of baree jira.

14/10/2025

ሀገራችንን ካለችበት ሁኔታ ወደ ብልፅግና ማማ ጫፍ ማሻገር፣ በዘመን አጋጣሚ የዚህ ትውልድ ኃላፊነት ሆኗል፡፡ ኃላፊነታችንን በሚገባ በመወጣት፣ ለልጆቻችን የበለፀገች ኢትዮጵያን ለማስከረከብ በጋራ እንነሣ፡፡

09/06/2025
09/06/2025
09/06/2025
07/06/2025
"Badhaadhinni Paartii Hunda Hammataadha"MM Dr. Abiyyi Ahimed******Paartiin Badhaadhinaa kanneen duraarra yaadama addaa k...
07/06/2025

"Badhaadhinni Paartii Hunda Hammataadha"
MM Dr. Abiyyi Ahimed
******
Paartiin Badhaadhinaa kanneen duraarra yaadama addaa kan qabuufi Itoophiyaanota gandaan osoo hin qoqqoodiin kan hammate ta'uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru.

Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad gaaffii fi deebii isa xumuraa kutaa 4ffaa irratti Paartii Badhaadhinaa ilaalchisee ibsa kennaniin Paartiin Badhaadhinaa paartii dinqisiisaa, kanneen Kanaan dura turanirra yaadamaan, gurmaa’iinsaan, hangaaniifi bu’aalee galmeessisuun adda ta’uu himaniiru.

Paartichi Itoophiyaanota gandaan osoo hin qoqqoodiin hunda kan hammate ta’uu himuun, yaa’ii waliigalaa Paartichaa 2ffaan booda guddinni ture dabaluun yeroo ammaa paartii miseensota miiliyoona 16 fi kuma 300 qabu ta’uu dubbataniiru.

Paartiin Badhaadhinaa Afrikaarraa paartii guddaadha kan jedhan Dooktar Abiy Ahimad, mul’ata guddaafi hojimaataafi sirna ifaa ta’e qabaachuu kaasuun moggaafamni paartichaas galmaafi mul’ata Itoophiyaa fiixee badhaadhinaarraan gahuuf qabameen walitti kan hidhu ta'uu eeraniiru.

Paartichi hundaaf banaadha kan jedhan Dooktar Abiy Ahimad, paartilee dorgomtootaa aangoo mootummaa keessatti akka hirmaatan taasisuun kanaaf agarsiistuu ta’uu ibsaniiru.

Dargaggootaafi lammiilee Itoophiyaa kutaalee addunyaa garaagaraa keessa jiran kan hammate ta’uu eeruun, rakkoo yaadamaafi ilaalcha haaraa fudhachuu kan hin qabne ta’uus ibsaniiru.

Address

Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Baha Biiftuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share