28/12/2025
“Yoo xiqqaate yaalii kootiin wantin baradhe: namni tokko kallattii abjuu isaatiin ofitti amanamummaadhaan yoo tarkaanfatee fi jireenya inni yaade jiraachuuf yoo carraaqe, sa’aatii waliigalaa keessatti milkaa’ina hin eegamne akka argatudha.”