Qarree Oromiyaa

Qarree Oromiyaa "Life is what happens when you're busy making other plans.
(20)

18/09/2025


አንዱ የመደመር መንግስቲ ግብ የታሪክ ስብራቶች መጠገን ነው። ኢትዮጵያ በታሪክ አጋጣሚ ብዙ ስብራቶች አስተናግዳለች። አንዱ እና ዋነኛው ስብራት ደሞ ከሳላሳ ዓመት በፊት የነበራት የባሕር በር ያጣችበት የታሪክ አጋጣሚ የሚጠቀስ ነው። የመደመር መንግስት ይጠግናቸዋል ተብሎ ከሚጠበቁ ትላልቅ ሃገራዊ ጉዳዮች አንዱም እሱን ነው። አዎን እኛም ሙሉ እምነት እና ተስፋ አለን ምክንያቱም በዶ/ር ዐቢይ አሕመድ የሚመራው "የመደመር መንግስት" ተናግሮ ያላሳካው፣ ቃል ገብቶ ያልፈፀመው ነገር የለምና።

Map of Ethiopia 🇪🇹🙏Great Ethiopia
18/09/2025

Map of Ethiopia 🇪🇹🙏
Great Ethiopia

"Kan Idaa'amnu Mataa tokkoon yaaduf otoo hin taane Biyya tokkoof yaadufi" M.M I. Dr. Abiy Ahmed Ali"የምንደመረው በአንድ ጭንቅላት ለ...
17/09/2025

"Kan Idaa'amnu Mataa tokkoon yaaduf otoo hin taane Biyya tokkoof yaadufi" M.M I. Dr. Abiy Ahmed Ali
"የምንደመረው በአንድ ጭንቅላት ለማሰብ ሳይሆን ለአንድ ሀገር ለማሰብ ነው"

Takkee🙏
16/09/2025

Takkee🙏

በጠቅላይ ሚኒስትር ዶ/ር ዐቢይ አሕመድ የተፃፉ መፃህፍት!🇪🇹 መደመር 🇪🇹 የመደመር መንገድ 🇪🇹 የመደመር ትውልድ 🇪🇹 የመደመር መንግስት  Ethio-Trends  📷
16/09/2025

በጠቅላይ ሚኒስትር ዶ/ር ዐቢይ አሕመድ የተፃፉ መፃህፍት!
🇪🇹 መደመር
🇪🇹 የመደመር መንገድ
🇪🇹 የመደመር ትውልድ
🇪🇹 የመደመር መንግስት

Ethio-Trends 📷

"Ohoo Waabeen GalaanaErtiraa buuna waraana" jechuun manguddoon salaalee kun quuqqaa qabu sirbaan dabarfate.Abboonni keen...
16/09/2025

"Ohoo Waabeen Galaana
Ertiraa buuna waraana" jechuun manguddoon salaalee kun quuqqaa qabu sirbaan dabarfate.
Abboonni keenya kaleessas akkas jechuun sirbaan diddaa isaanii ibsachaa turan. "Eemmolee yaa garba ciisaa
Ertiraa maaltu gadhiisa" jechuun ulaa galaanaa hin dhabnu jedhanii falmaa turan. Har'a immoo yoo mootummaa isaan deeggaru argatan Ertiraa buuna waraana jechuun ergaa qaban sirbaan dhaammatan.

■ Xiiqii■ Kutannoo■ Gootummaa■ Jaalala BiyyaaMiiraa Xiiqii fi Injifannoo Jaalala Biyyaa
08/09/2025

■ Xiiqii
■ Kutannoo
■ Gootummaa
■ Jaalala Biyyaa

Miiraa Xiiqii fi Injifannoo Jaalala Biyyaa

ህዳሴ የእንባችን ጠብታየሀገር ፍቅር ❤  💧  🇪🇹 💧
08/09/2025

ህዳሴ የእንባችን ጠብታ
የሀገር ፍቅር ❤
💧
🇪🇹
💧

06/09/2025

የጽናት ቀን

ጽኑ መሠረት ብርቱ ሀገር

ኢትዮጵያ ብልጽግናዋን የምታረጋግጠው መሠረቷን ለማጽናት በሚችሉ ብርቱ እጆች ነው፡፡ በሁሉም ዘርፎች በምናደርገው ተጋድሎ የኢትዮጵያን መሠረት እናጸናለን፡፡ ለማናቸውም ችግሮች የማትበገር፣ ፈተናዎችን ወደ ዕድል የምትቀይር፣ በመጪው ዘመንም ከዓለም ኃያላን ተርታ የምትሰለፍ ብርቱ ሀገር በደምና በላብ እንገነባለን፡፡

Guyyaa Ciminaa

Bu'ura Cimaa Biyya Jabduu

Itoophiyaan badhaadhinashee kan mirkaneessitu harkawwan jajjaboo bu'urashee cimsuu danda'aniinidha. Qabsoo gama hundumaan taasifnuun bu'ura Itoophiyaa ni cimsina. Biyya jabduu rakkoowwan kamiifuu hin sarmine, qormaatawwan carraatti jijjiirtu, baroota dhufanittis tarree biyyoota gurguddoota addunyaa hiriirtu, dafqaafi dhiigaan ni ijaarra.

06/09/2025

Address

Dire Dawa
Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qarree Oromiyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Qarree Oromiyaa

QARREE OROMIYAA irraa Oduu, Odeessaa fi taateewwan wayitaawaa Itoophiyaa, Afriikaa fi guutuu addunyaa irratti ta’an argattu. Yeroo mara waan haaraa jiru baruuf gara keenya koottaa, waan isinitti dhagaahamus nutti himaa. Odeessawwan akka irratti hojjennu barbaaddanis kaara keessan nuun gahaa.