Muhie agro pharmacy

Muhie agro pharmacy Agricultural Pharmacy

๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†    ๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ† โœ… Utuu abjuun kee si jalaa dukkanaa'eeyyuuAbjuu kee hin gatin,Bubbee keessas deemi, Rooba keessas deemi,Onnee...
27/04/2025

๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ† ๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†

โœ… Utuu abjuun kee si jalaa dukkanaa'eeyyuu
Abjuu kee hin gatin,
Bubbee keessas deemi, Rooba keessas deemi,
Onnee kee guutuudhaan ka'ii, Gara kaayyoo keetii deemi, Abdii hin dhabin,
haala hunda keessattiyyuu ati kophaa kee hin deemtu!!
Ati goonkumaa kophaa kee hin deemtu!!
Jedheen manaa si baase, atis akkuma dhaamsa kootii Abdii hin kunne, eeyye, gaafa Biil Shaankilii mana keetii bahu saniyyuu, gaafa Istanbulitti Miilaan fagootti si gatu saniyyuu, gaafa Baarseloonaan Meesii akka ati hin kaanetti si dhahu saniyyuu, gaafa warri Masa*nuu keetii " Never win the league" siin jedhan saniyyuu, gaafa Abbaan kee inni bara Ammayyaa Jurgen klopp balbala Anfield banatee bahu sanayyuu, gaafa Garry Neville bara kana Top 6'n hin xumurtu siin jedhu sanuu abdii hin kunne. Anis waadaa koo diigee kophaa kee si hin dhiisne, akkuma You will never walk Alone jedhee waadaa siif gale san bona bubbee keessa, ganna Rooba utuu hin jedhin, waan danda'u hundaan si cinaa dhaabbadheera, si waliin gammadee si waliin boo'eera, atis na hin qaanessine, firii dadhabbii keetii, firii dadhabbii kootii na agarsiiftee jirta.! "Akka kilabaa fi taphataattis Premier League innifachuun Abjuu hundaati, Dhamaatiin keenna Bara kanaa guutuun guyyaa kana arguufi kan jedhe Koodii Maatiyaas Gaakpoodha.
"Gaafuma balbala kilaba kanaa ol seentuyyuu fooliin isaa waancaa waancaa sitti urgaawa, sana milkeessuuf manaa baane kan jedhe The professor Arne Slot waadaa hin kabajneeree? Eeyyee sirritti kabajeera. Nama hanga jedhe gahu.๐Ÿ‘๐Ÿ‘
Liivarpuul too kaleessas akkuma mataa turte, ammas irra deebiin Aangoo fi Mootumma kee dachee ingliiz irratti Labsitee jirta, bakka si fakkattutti deebitee jirta. Mootumni kee bara baraan itti fufa.

Ati seenaa, mallattoo, Afoola kubbaa miilaati, mallattoo jaalalaa fi tokkummaati, naaf jiraadhuu Liivarpuul too ๐Ÿ’”๐Ÿ’”

Ammas You will never walk Alone,
Yoomiyyuu Kophaa kee hin deemtu.!!

๐Ÿ† Baga carroomtanii kana argitan. ๐Ÿ”ด๐Ÿ”ด๐Ÿ’”๐Ÿ”ฅ
Liverpool irraโฌ‡Liverpool FC

Namni kun Geggeessitoota haaraa Dacheen Afrikaa argatte keessaa isa tokkodha. Geggeessummaan akka dungooti. Ofii baqanii...
22/04/2025

Namni kun Geggeessitoota haaraa Dacheen Afrikaa argatte keessaa isa tokkodha.

Geggeessummaan akka dungooti. Ofii baqanii dhalootaaf ifuudha. Ofii gatii barbaachisu baasuun biyyaafi uummata isaaniif furmaata taโ€™uudha. Dargaggeessi kun addadha. Gootummaan kutannoofi murannoo qabaachuu irraa madda. Pirezidaantiin Burkinafaasoo Ibraahim Traore uffanni moofaan (boondaa) Ameerikaa irraa biyya isaa akka hin seenne dhoorgee jira. Sababa dhoorgef yoo gaafatamu dargaggeessi hoogganaan cimaan kun
"Afrikaan biyya malee iddoo gataa balfaa itti gatanii miti" jechuun deebiseera.

Ibraahim Traore hoogganaa guddaa Afrikaa kan Afrikaa bilisa baasuuf onnate yommuu ta'u dargaggoonni Afrikaa jaalala addaa isaaf horachaa jiru.

Ati buli namana!๐Ÿ’ช๐Ÿป

21/04/2025
11/04/2025

Haasidaa fi histii
Budaa fi qumanyaa

RABBIIN sirraa haa qabu

11/04/2025

Continue running down the wing. The Egyptian King๐Ÿ‘‘

Amrii Jabaatte HundaRabbi Siif Haa Laaffisu
11/04/2025

Amrii Jabaatte Hunda
Rabbi Siif Haa Laaffisu

10/04/2025

Rabbiin nu jaalatee Gaarii nuti hojjanne mara Nurraa haa jaalatu, Waan gaarii nuti jaalannuus hunda nuun haa jaalatu!

08/04/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Ataklti Mekonen, Shukri Abdusamad, Eshetu Feyisa

24/03/2025

Yaa rabbii kiyya gaarii malee waan hamtu nun dhageysisin

20/03/2025

Galgala arraa Arshii Rahmaan irraa bilbilii ๐Ÿ“ž gammachuu siif haa bilbilamu!

LAYLATUL -QADR โค๏ธ๐Ÿ’š๐ŸŒ™........Ten Unknown Facts About  Founding: Tesla was founded in 2003 by engineers Martin Eberhard and...
20/03/2025

LAYLATUL -QADR โค๏ธ๐Ÿ’š๐ŸŒ™........


Ten Unknown Facts About
Founding: Tesla was founded in 2003 by engineers Martin Eberhard and Marc Tarpenning,
not Elon Musk. Musk joined the company as a major investor and became its public face.
Model Naming Quirk: Teslaโ€™s car lineup follows a playful pattern: Model S, 3, X, and Y.
Elon Musk has said it was meant to spell "S3XY," with the number 3 replacing an "E."
Battery Focus: Tesla's breakthrough isnโ€™t just in electric cars but also in battery technology. Tesla has invested heavily in creating
powerful and long-lasting batteries, not only for cars but also for energy storage solutions like Powerwall.
Autopilot and Full Self-Driving: Teslaโ€™s Autopilot is an advanced driver-assistance system, but itโ€™s not fully autonomous. The
company is working on Full Self-Driving (FSD) software, which could eventually enable true autonomous driving.
Gigafactories: Tesla operates massive manufacturing plants known as Gigafactories, located in the U.S., China, and
Germany. These factories are integral to Teslaโ€™s ability to scale production and reduce costs.
SpaceX Connection: Tesla and SpaceX, both run by Elon Musk, share more than just a CEO. The companies collaborate on technology, and
SpaceXโ€™s Falcon Heavy rocket even launched a Tesla Roadster into space as part of a 2018 test flight.
Sustainable Vision: Tesla's mission is to accelerate the worldโ€™s transition to sustainable energy.
In addition to electric cars, the company is a leader in solar power and energy storage solutions.
Over-the-Air Updates: Tesla was the first car manufacturer to allow over-the-air software updates, letting owners
download new features and improvements to their cars without visiting a dealership.
AI and Robots: Teslaโ€™s AI Day event introduced Tesla Bot, a humanoid robot designed to handle dangerous or
repetitive tasks, showcasing Muskโ€™s vision for AI and robotics beyond automobiles.
Environmental Impact: Tesla has reduced the overall carbon footprint of its vehicle manufacturing and is
working on creating fully re
The Ancient 4,500-Year-Old Tunic at the Egyptian Museum.

Address

Adis Ababa
Harer
4

Opening Hours

09:00 - 17:00

Telephone

+251910888972

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Muhie agro pharmacy posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Muhie agro pharmacy:

Share