๐—ž๐—ต๐—ฒ๐˜†๐—ฟ ๐— ๐—ฒ๐—ฑ๐—ถ๐—ฎ ๐—ฃ๐—ฟ๐—ผ๐—ฑ๐˜‚๐—ฐ๐˜๐—ถ๐—ผ๐—ป Jฬณ Aฬณ

  • Home
  • Ethiopia
  • Harer
  • ๐—ž๐—ต๐—ฒ๐˜†๐—ฟ ๐— ๐—ฒ๐—ฑ๐—ถ๐—ฎ ๐—ฃ๐—ฟ๐—ผ๐—ฑ๐˜‚๐—ฐ๐˜๐—ถ๐—ผ๐—ป Jฬณ Aฬณ

๐—ž๐—ต๐—ฒ๐˜†๐—ฟ ๐— ๐—ฒ๐—ฑ๐—ถ๐—ฎ ๐—ฃ๐—ฟ๐—ผ๐—ฑ๐˜‚๐—ฐ๐˜๐—ถ๐—ผ๐—ป Jฬณ Aฬณ ISLAAMUMMAAN WILIIDHA ROGA HUNDAAN DAGAAAGUUF TEEYSI
INSHAA ALLAAH
โค๏ธโค๏ธโค๏ธ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ

26/09/2025
26/09/2025

86K likes, 8991 comments. โ€œโ€œMaqaan duโ€™uu mannaa mataan duโ€™uu wayyaโ€ jedha oromoon yoo mammaaku. Chaalenjii Ustaaz Ibsaaf Dhaabbatni ALRAYYAN MARKET kenne injifachiisuuf hundi keenya jiraachuu keenya haa ibsinu.โ€

26/09/2025

Account Al Rayyaan arra jum'aa duratti 500k haa guunnuu koottaa follow godhaa.
Linkii isaa comentii jala isiniif kaaya.

26/09/2025
Sirna walharkaa fuudhisaa fii wallbarnoota hoggansa majliisa God.Harargee Bahaa
24/09/2025

Sirna walharkaa fuudhisaa fii wallbarnoota hoggansa majliisa God.Harargee Bahaa

21/09/2025

๐Ÿ“š Goota Barnootaa โ€“ Sammuu
Warqii!

โ€ข Barataa Gosaa Nageessoo barnoota kutaa 12ffaa qormaata biyyoolessaa bara kanaa irratti qabxii 589/600 galmeessuun akka biyyaatti lammaffaa taโ€™eera.
โ€ข ๐Ÿ”ฌ๐Ÿ“ Barnoota Fiiziksii fi Heerregaa guutuu (100/100) galmeesse.
โ€ข โ“ Gaaffii 600 keessaa 11 qofa dhabe.
โ€ข ๐Ÿ† Sadarkaa olโ€™aanaa kanaan barataa Khaalid Bashiir (591/600) qofa duubatti hafe.

๐Ÿซ Lamaan isaanii Mana Barnoota Bultii Addaa Ifa Boruu Dodolaa keessatti barataniituun,Manni barnootaa Abdii Boruu dhugumaan ummataaf gumaacheera.

Gosaan aanaa Shashamannee โ€“ ganda Caatimmannaa Jangallaa keessatti dhalatee guddate.
๐Ÿ’ป Barnoota Software Engineering barachuuf fedhii qaba.
๐Ÿ’ก Kalaqa teknoolojii fayyaa, barnoota, diinagdee fi hawaasummaa keessatti buโ€™aa uumuun addunyaaf gumaachuu barbaada.

โธป

๐Ÿ™ Sababa odeeffannoon dafee na dhaqqabuu dhabeef dhiifama isa gaafadha.

๐Ÿคฒ Ummanni keenyaas akkuma Khaalidiin lafaa fi miidiyaan ulfina itti gootan, gooticha Barnootaa kanaafis ulfina akka nuuf gootan isin gaafanna ! ๐ŸŒŸ

JAARTII AKKANAA TANA RABBIIN ISINIIF HAA KENNUโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขTan Sin aarsine Tan...
21/09/2025

JAARTII AKKANAA TANA RABBIIN ISINIIF HAA KENNU
โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข

Tan Sin aarsine
Tan Sin daarsine
Tan Sin Naasisne
Tan Si gubbaan kan biraa hin faarsine
Tan sireerraa Lafatti Sin Qaarsine

Laalan dasii
Arkan gammadii
Tan Qoma Furrii
Tan biligaa aannanii
Tan deemtu mullattu
Tan teessu mullattu

Tan kitaaba jalaa qabdee gubbatti waliin geessu
Tan rabbiif adda lafa keessu
Tan nyaata afaan Siif keessu
Tan dhungoo mallaa Si keessu
Tan sireerra mataa Si bira lafa keessu
Tan amatatti ilmoo lafa Siif keessu
Tan Qabeenya Kee Walitti Qabdee Ol Siif Keessu

Rabbiin Tan Akkanaa Tana qooda Keessan Haa Godhu

Duโ€™aaโ€™ii Tana Aamiin Jaโ€™aa Share Waliif Godhaa

By: Ibsaa

13/09/2025

Waliin Ustaz Kadiir Mahammad โ€“ Itti fufeen jira! Walitti aansee ji'a 5f deeggaraa olaanaa ta'eera. ๐ŸŽ‰

Address

๐‘จ๐’˜๐’‚๐’”๐’‰
Harer
N/A

Telephone

+251994739155

Website

http://jemsoro.wordpress.com/

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ๐—ž๐—ต๐—ฒ๐˜†๐—ฟ ๐— ๐—ฒ๐—ฑ๐—ถ๐—ฎ ๐—ฃ๐—ฟ๐—ผ๐—ฑ๐˜‚๐—ฐ๐˜๐—ถ๐—ผ๐—ป Jฬณ Aฬณ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to ๐—ž๐—ต๐—ฒ๐˜†๐—ฟ ๐— ๐—ฒ๐—ฑ๐—ถ๐—ฎ ๐—ฃ๐—ฟ๐—ผ๐—ฑ๐˜‚๐—ฐ๐˜๐—ถ๐—ผ๐—ป Jฬณ Aฬณ:

Share