Dandii Ifaa

Dandii Ifaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dandii Ifaa, Digital creator, Haramaya, Harer.

06/12/2025
"Ulaan Galaanaa,Birmadummaadha!________Galaanni diimaan iddoo murteessaa addunyaa keessa isa tokko Galaanni kun daldala,...
24/10/2025

"Ulaan Galaanaa,Birmadummaadha!
________
Galaanni diimaan iddoo murteessaa addunyaa keessa isa tokko Galaanni kun daldala,geejjibaafi siyaasa Addunyaa walitti hidhu keessatti shoora olaanaa taphachaa kan jiruudha.Itoophiyaaf immoo Ulaa Galaanaa diimaa argachuun birmadummaa,bilisummaa fi ol ka’iinsa ishee mirkaneessuuf dhimma murteessadha.Biyya ulaa galaanaa hin qabneef humni waraanaa fi tarsiimoonis daangeffamaadha.Har’a Ulaa Kana dhabuun Itoophiyaaf eenyummaa fi birmadummaa isheetiif yaaddoo ta’aa dhufeera.

24/10/2025
Siyaasa Oromoo Keessatti Danqaa fi Qormaanni Guddaan Nama Mataa isaa,mo'achuu dadhabee Ijaa fi gurra isaa gurguree Farda...
24/10/2025

Siyaasa Oromoo Keessatti Danqaa fi Qormaanni Guddaan Nama Mataa isaa,mo'achuu dadhabee Ijaa fi gurra isaa gurguree Fardaa tahee Hojii guyyaa hojjaachaa jiruutu, Saba Oromootiifin yaada jedhee fakkeessuun, Dantaa garaa isaatiif Xiibaaruudha🤣

Jawar Mohammed

Address

Haramaya
Harer

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dandii Ifaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share